Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Daawwachiistotaa fi Imalaa Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya daawwachiisuuf qophii…
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonni dhaaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan biyya isaanii akka beekaniif tattaaffii taasifamuuf itti gaafatama isaanii bahachuuf qophii ta’uu…
Jilli hoggantoota godinaalee 6 hojiilee misoomaa Shawaa Bahaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Jilli itti gaafatamtootaa Godinalee Oromiyaa 6 irraa waliitti babba'e hojiiwwan misoomaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee daawwwateera.
Jillichi hojiilee…
Dargaggoonni egeree waloo ijaaruu akka qaban akeekame
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Dargaggoonni eenyummaa walii beekuun egeree waloo ijaaruu akka qaban akeekame.
Mariin Paanaalii Liigii Dargaggaoota Paartii Badhaadhina mataa duree…
“Torbeen Dippiloomaasii” Itiyoophiyaa ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Torbeen Dippiloomaasii Itiyoophiyaa har’as itti fufee gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u sagantichaa ilaalchisuun mariin paanaalii gaggeeffamaa jira.…
Naannichatti galii Kitaaba “Dhaloota Ida’amuu”rraa argameen ijaarsi Godambaa eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Galii gurgurtaa Kitaabaa “Dhaloota Ida’amuu”rraa argameen kan ijaaramu Godambaan Naannoo Beenishaangul Gumuz ijaaramuu eegaluu Mootummaan naannichaa…
Buqqatota biyya keessaa deeggaruuf pirojektiin Birrii biiliyoona 2.7 ifoome
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa fi tumsitoonni isaa buqqatota biyya keessaaf deeggarsa waaraa taasisuuf pirojektiin Birrii biiliyoona 2.7 ifoomeera.
Pirojektichis…
Wanciin yeroo hundaa qulqulluu fi kennaa uumamaa taate turtetti–Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Wanciin yeroo hundaa qulqulluu fi kennaa uumamaa taatee turtetti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Biyyi qulqullina barnootaaf aadaa qusannaa hinqabne abdii egeree hinqabdu-Obbo Awwaluu
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Biyyi qulqullina barnootaa fi aadaa qusannaa hinqabne abdii egeree hinqabdu jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Aadde Adaanech Ayyaana Cuuphaarratti Abbootii Amantaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abbootii Amantaa Waajjira Olaanaa Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa fi Kutaa Lallabaa…
Oromiyaatti duulli Buna Gamashuu eegale
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti duulli Buna Gamashuu baatii lamaaf turu eegaluu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Ittaanaa biiroo Qonnaa oromiyaa Obbo…