Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida’amuun qabatamaan kan irratti mul’atee fi…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida'amuun qabatamaan kan irratti mul'atee fi yeroo gababaa keessatti hojii guddaa hojjechuun akka danda’amu kan…
Pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjataman misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Kutaalee biyyattii garaagaraatti pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjetaman iddoolee hawwata tuuristii misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Koolleejjichi qondaaltota olaanoo leenji’aa turan eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Koolleejjii Ajajummaa Raayyaan Ittisa fi Miseensotaa marsaa 9ffaan qondaaltota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti ijaarsa…
Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Qaama “Torbee Dippiloomaasii” keessaa tokko kan ta’e walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ittaanaan Ministira…
Mandarri Ikkoo Tuurizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuuf kan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Mandarri ikkoo tuuriizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuu, bareedina umamaa fi qabeenya aadaa kunuunsuun dhalootaf dabarsuuf kan…
Duulli Misooma sululaa Amajjii 9 eegala
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Duulli hojii misooma suluulaa guyyoota 60'f turu Amajjii 9, 2016 akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Duulli hojii Eegumsa Biyyeefi Bishaanii…
Pirojektiin Wancii-Dandii har’a eebbifama
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuurizimii Wancii Dandii har'a eebbifama.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektoota sagantaa "Maaddii Biyyaaf" jedhuun…
Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa simatan
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammati Mandara ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandiitti…
Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastingi Koorporeet Agarsiisaa “Torbee Dippilomaasii” daawwatan
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet agarsiisa “Torbee Dippilomaasii” Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwatan.
Dabalataa hirmaattoonni…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa UNICEF waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Bakka Bu’aa Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii (UNICEF ) Dooktar Abubakar Kampoon…