Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Naannoo Somaalee Godina Feefan Aanaa Shebeleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuu Poolisiin naannichaa beeksise.
Qajeelcha Poolisii…
Raayyaan ergama isaa haala amansiisaan akka raawwatuuf hojiin ijaarsaa dandeettii cimee itti…
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Raayyaan ummata keessaa ba’ee ummataf dhaabbatu ergamni isaa waraanaa malee birmadummaa biyyaa kabachiisuudha jechuun Ajajan Olaanaan Ajaja Daalol Leetenaal…
Amanamummaan nama badhaasisa, galateeffachiisa, nama boonsa-Aadde Adaanech
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Amanamummaan nama badhaasisa, nama galateeffachiisa, akkasumas nama boonsa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Jijjiirraan bara Saba Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa saba Halaabaa “Seeraa” Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanicharratti qondaaltonni olaanoon…
Sirni gaa’elaa misirroota kuma 1 gaggeefame
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Sagantaa “Yeshii Gaabichaa” bara 2016’n sirni gaa’elaa misiroota kuma 1 gaggeeffameera.
Kutaalee biyyatti garaagaraarraa kan hirmaataan Karniivaalaa fi…
Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa du’aan addunyaa kanarraa boqote
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan du'aan addunyaa kanarraa boqote.
Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkubaa mudateeniin Ameerikaatti wal'aanamaa turuun…
Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida’amuun qabatamaan kan irratti mul’atee fi…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii Ida'amuun qabatamaan kan irratti mul'atee fi yeroo gababaa keessatti hojii guddaa hojjechuun akka danda’amu kan…
Pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjataman misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Kutaalee biyyattii garaagaraatti pirojektoonni jijjiiramaan booda hojjetaman iddoolee hawwata tuuristii misooma diinagdee fi hawaasummaa biyyaalessaaf gahee…
Koolleejjichi qondaaltota olaanoo leenji’aa turan eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Koolleejjii Ajajummaa Raayyaan Ittisa fi Miseensotaa marsaa 9ffaan qondaaltota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti ijaarsa…
Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Qaama “Torbee Dippiloomaasii” keessaa tokko kan ta’e walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ittaanaan Ministira…