Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti daandilee irraa imaluu dhorkaman irra konolaattota imalan irratti tarkaanfiin kan…
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Finfinneetti daandilee irra imaluun dhorkaman irra dhorkii kaa’ame cabsuun konkolaattota imalan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Abbaan Taayitaa…
Shaggaritti Sagantaan Beekkamtii kennuu Kaffaltoota Gibiraa gaggeeffamaa Jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magalaa Shaggar Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof Sagantaan Beekkamtii kennuu gaggeessaa jira.
Saganticharratti Kantiibaa Ittaanaan Obbo Guyyoo…
Dameen dhuunfaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi tajaajilarratti akka bobba’an daandii banuuf…
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Dameen dhuunfaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi tajaajilarratti caalmaan akka bobba’an daandii banuuf kaayyeffamee hojjetamaa jira jedhan Ministirri…
Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaan lubbuun namoota lamaa darbe
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe.
Balichan suuqiiwwan 4 guutuummaatti barbadaa'uu fi namoota 2 ibiddicha dhaamsuuf…
Oromiyaatti fayyadamummaa qabeenya bishaanii mirkaneessuuf hojjetamaa jira-Biiricha
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Fayyadamummaa qabeenya bishaanii naannichaa mirkaneessuuf Fandiin Misooma Qabeenya Bishaanii Hundeeffame hojiirraa oolchuuf hojjetamaa jiraachuu biiroon…
Raawwiin ji’oottan 6’n darbanii Naannoo Oromiya qoratamaa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Raawwiin karoora xiiqii ji'oottan jahan darbanii Naannoo Oromiyaa bakka Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni biroon…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 287’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 287'tti tilmaamamu to'atamuu Komishinii Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi Mudde 26 hanga Amajjii 2, 2016’tti…
Komishinichi lammiilee fi dhalattoota tiyoophiyaa Ameerikaa fi Kanaadaa jiraatan waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Koomishiniin Marii biyyaalessaa Itiyoophiyaanotaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa Ameerikaa fi Kanaadaa jiraatan waliin marsariitiin mari’ateera.
Marichis…
Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan miiliyoonni 22 ol raabsamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan maxxanfaman miiliyoonni 22 ol raabsamuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti…
Misooma sululaa lafa hektaara miiliyoona 3.3 irratti hojjechuuf karoorfameera-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Tajaajila Lammummaa fi caasaa mootummaatiin, misooma sululaa, eegumsa biyyee fi bishaanii lafa hektaara miiliyoona 3.3 irratti raawwachuuf karoorfamuu…