Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dameen dhuunfaa guddina Itiyoophiyaaf murteessaadha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Guddina Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa gahee murteessaa bahachaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Ministirri Muummee Dooktar…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa dorgommii tajaajila faayinaansii injifate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa dorgommii kenniinsa tajaajila Faayinaansii injifateera.
Dorgommichi dhaabbata “BIC Ethiopia” jedhamuun kan qophaa’e yoo…
Humni Galaanaa miidhaa balaan lolaa hordofsiisu ittisuuf bobba’e
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Humni Galaanaa Itiyoophiyaa Baha biyyattiitti rooba cimaa rooba jiru hordofee balaan lolaa miidhaa akka hingeessisne ittisuuf gara naannawichaatti…
Lammiileen 96 Taanzaaniyaarraa gara biyyatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa 96 mana hidhaa Taanzaaniyaa turan gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Godaantonni kunneen seeraan ala gara…
Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 20ffaa Dhaabbata Misooma Indaastirii irratti haasawaa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 20ffaa Dhaabbata Misoomaa Indaastirii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti haasawaa taasisaniiru.…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Sidaamaatti Piroojektii misooma Beelladaa fi Qurxummii…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Sidaamaatti Piroojektii misooma fi Qurxummii daawwateera.
Dooktar Girmaa…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti Qamadii Jallisii Bonee daawwate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti qamadii Jallisii Bonaan misoomee kunuunfamaa jiru…
Warshaan Omisha Sibiilaa baasii Birrii biiliyoona 6‘n Maqaleetti ijaaramuufi
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Warshaan Omisha Sibiilaa baasii Birrii biiliyoona 6’n tumsa Abbootti qabeenyaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaan Magaalaa Maqaleetti ijaaramuufi.
Warshichi…
Kitaabilee sirna barnootaa haaraan maxxanfaman keessaa miiliyoonni 10 naannolee fi magaalootaaf…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Kitaabileen sirna barnootaa haaraan maxxanfaman miiliyoona 22.7 keessaa miiliyoonni 10 manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa naannolee fi magaalootaaf rabsamuu…
Warshaa Buddeenaa Lamiif konkolaataan arjoomame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)-Warshaa Buddeenaa Lamiif abbootii qabeenyaarraa deeggarsi konkolaattota sadii kenname.
Deeggarsicha Abbaan Qabeenyaa Balaayinee Kindeen kan kennan yoo…