Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaasni Sobaa Kaansarii Misoomaa fi Guddinna Biyyaati-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera.
Qorannoo raawwii gaggeeffamaa tureen gabaasni hojii kilaastara…
Manni Maree Dargaggootaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaalilaandi akka deeggaru beeksise
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Manni Maree Dargaggootaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaalilaandi gidduutti mallatteeffame akka deeggaru beeksise.
Pireezidaantiin Mana Marichaa Fu’aad…
Himatamaan Haadha isaa umrii 78 ajjeese hidhaa cimaan itti murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Himatamaan Haadha isaa umrii 78 ajjeese hidhaa cimaan akka adabamu itti murtaa’uu Ministeerri Haqaa ibse.
Himatamaan Addis Asraat Yimar jedhamuu…
Baaleetti biqiltuu Bunaa miiliyoona 26 ol dhaabuuf qophaa’aa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Godina Baaleetti biqiltuu bunaa sanyii fooyya’aa miiliyoona 26 ol dhaabuuf qophaa’aa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Itti Gaafatamaan…
Hidhawwan anniisaa timaan akka hinguutamne ittisuun yeroo dheeraaf akka tajaajilan hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Hidhawwan anniisaa maddisiisan timaan akka hinguutamne ittisuun yeroo dheeraaf akka tajaajilaniif hojiileen misooma sululaa fi Ashaaraa magariisaa bal’inaan…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti mallattaa’e misooma waloo kan mirkaneessudha-…
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)– Waliigalteen karra galaanaa argachuu Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandii gidduutti mallattaa’e walta'iinsaa fi tumsa misooma waloo mirkaneessuuf gumaacha…
Hojiin Misooma Sululaa Duula Xiiqii Uummanni Keenya Gamtaan Milkeessudha-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)-Hojiin Misooma Sululaa Duula Xiiqii Uummanni Keenya Gamtaan Milkeessudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Obbo Dammaqaan Pireezidaantii Fooramii Diinagdee Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Fooramii Diinagdee Addunyaa Boorgi Bireendi waliin…
Sagantaan kabaja waggaa 50ffaa argamuu hambaa lafee Luusii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Sagantaan kabaja waggaa 50ffaa argamuu hambaa lafee dhala namaa Luusii (Dinqinash) gaggeeffamaa jira.
Jilli Abuuraa Hambaa Lafee Luusii Pirofeesar…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Fooramii Diinagdee Addunyaarratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirii Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Siwiizarlaandi Daavoositti gaggeeffamaa kan jiru Fooramii Diinagdee…