Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hararge Lixaa Aanaalee 15tti lafti heektaara Kuma 200 olirratti sululli ni misooma jedhame
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Godina Hararge Lixaa Aanaalee 15 keessatti lafti heektaara kuma 200 irratti hojiin misooma sululaa ni gaggeeffama jedhame.
Guyyaa haraa labsii hojii…
Waliigaltichi qajeeltoo waloon misoomsuu fi kennanii fudhachuu kan hordoffedha–Amb. Mallas Alam
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Waliigalteen karraa galaanaa argachuu Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti mallatteeffame qajeeltoo waloon misoomsuu fi kennanii fudhachuu kan hordoffe…
Itiyoophiyaan Ibsa Liigii Arabaa Mormite
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan ibsa Liigii Arabaa jabeessitee kan mormitu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Ambaasaaddar Misgaanu…
Bakka Taabonni qubatu qulqulleeffame
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Qondaaltota olaanoo Bulchiinsaa Magaala Finfinnee dabalatee Abbootiin Amantaalee bakka Taabonni qubatu hojii qulqulleessuu gaageessaniiru.
Duula…
Leenjiin hoggansaa mootummaa akka milkaa’u qaamolee gumaachaniif beekkamtiin kenname
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Marsaawwan garaagaraan mata duree “Idaarraa gara miindaatti” jedhuun leenjiin hoggansa mootummaa fi qaamolee nageenyaaf kennamaa ture akka milkaa’uuf…
Faawundeeshiniin Biilii fi Meliindaa Geet deeggarsa taasisuu akka cimsu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Faawundeeshiniin Biilii fi Meliindaa Geet deeggarsa misoomaa Itiyoophiyaatti taasisu cimsee akka itti fufu gaafatame.
Fooramii Diinagdee Addunyaa…
Amb. Misgaanuun yaa’ii 19ffaa Ministiroota Sosochii Biyyoota Walabaarratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Yaa’ii Ministiroota 19ffaa Sosochii Biyyoota walabaarratti hirmaachaa jiraachuun…
Humnichi Waloo Kataraa fi Ayyaanni Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf hojiitti seenuu ibse
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa Biyyaalessa jala Bultiin Ayyaana Cuphaa (Kataraa) fi Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf karoora baasuun hojiitti…
Gabaasni Sobaa Kaansarii Misoomaa fi Guddinna Biyyaati-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera.
Qorannoo raawwii gaggeeffamaa tureen gabaasni hojii kilaastara…
Manni Maree Dargaggootaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaalilaandi akka deeggaru beeksise
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Manni Maree Dargaggootaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaalilaandi gidduutti mallatteeffame akka deeggaru beeksise.
Pireezidaantiin Mana Marichaa Fu’aad…