Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Ajajichaa qaamolee nageenyaa Godina Gujii Bahaa fi Boorana Bahaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Ajaja Kibbaa qaamolee nageenyaa Godina Gujii Bahaa fi Boorana Bahaa waliin haala waqtaawarratti mari’ataniiru.
Farreen nageenyaa…
Godina Harargee Bahaatti hojiileen misooma Qamadii Bonaa daawwatame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumii fi Baabbileetti hojii misooma qamadii Bonaa…
Pireezidaantiin Jibuutii Omishaalee Daldala Alaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Omar Gillee fi Giiftii Duree Kadiraa Mahaammad biyyattiitti Egzibiishinii Idil Addunyaa qophaa’eerratti oomishalee…
Hoggansi gaaffii ummataa deebisuun bu’aa argameen madaalama –Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Hoggansi gaaffii ummataa deebisuun bu’aa argameen kan madaalamu ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin ibsan.
Manni Maree…
Beekumsa leenjiirraa argame hojiirra oolchuun jijjiirama qabatamaa fiduun murteessaa ta’uun akeekame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Hoggansi beekumsa, hubannoo fi muuxannoo leenjiirraa argatan naannawaa dhufaniitti hojiitti hiikuun jijjiirama qabatama fiduuf of qopheessuu akka qabu…
Godina Jimmaatti misooma jallisiin lafti heektaarri kumni 400 ol sanyiin uwwifame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti misooma jallisiin lafti heektaarri kumni 400 ol sanyiin uwwifamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.
Godinichatti bara kana lafa…
Faawundeeshiniin “Faana Aagaa” hundeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Faawundeeshiniin Abbaa Gadaa duraanii Gujii Dooktara Kabajaa Yuuba Aagaa Xeenxanoo “Faana Aagaa” hundeeffame.
Faawundeeshinichi Moggaasa “Faana Aagaa”…
Dhaabbileen qaama miidhamtootaaf haala mijataa uumuun itti gaafatamaa hawaasummaa akka bahatan…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dhabbileen tajaajila qaama miidhamtoota giddugaleeffate kennuuf haala mijataa akka uuman Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa waamicha dhiyeesse.…
Qabeenya Tuurizimii Oromiyaan beeksisuu fi madda galii Tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jira-Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Qabeenya Tuurizimii Oromiyaan qabdu beeksisuu fi madda galii Tuurizimiif oolchuuf hojiilee bal’aan hojjatamaa jiraachuu Komishinarri Koomishinii…
Giddugaloota garaagaratti Hoggantoonni Mootummaa marsaa 4ffaaf leenji’aa jiran hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Mootummaa leenjii marsaa 4ffaa giddugala leenjii garaagaraatti leenji’aa jiran hojiilee misooma daawwataniiru.
Haaluma kanaan, leenjitoonni…