Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dippiloomaasiin Itiyoophiyaa dafee qaqqabaa fi saffisaa akka ta’u yaadamee hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa guyyoota 15f taa’amaa ture xumurameera.
Xumuramuu walga’ichaa ilaalchisee Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Embaasiwwan dhageettiin Itiyoophiyaa akka dabaluuf ciminaan hojjechuu qabu – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Embaasiwwan dhageettiin Itiyoophiyaa akka dabaluuf ciminaan hojjechuu akka qaban Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Gaaffii ummataa deebisuuf hoggansi murannoon hojjechuu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) - Rakkoolee jiran dandamachuun gaaffii ummataaf deebii kennuuf hoggansi murannoon hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Injifannoon imaammata tarsiima’aa fi hoggansa qareessa malee hinmilkaa’u-Pir.Shimallis
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Injifannoon imaammata tarsiima'aa fi hoggansa qareessa malee hinmilkaa’u jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Paartiin Badhaadhinaa dhimma nageenya biyyaattii eegsisuurrattti bal’inaan mari’ateera-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa walga’ii guyyoottan muraasa darban gaggeesseen dhimmoota nageenya biyyaalessaa eegsisanirratti bal’inaan mari’achuu Pireezidantii…
Baatiiwwan 6’n darban dhiibbaa keessaa fi alaa dandamachuun guddina diinagdee galmeessineerra-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)-Baatiiwwan 6’n darbanitti dhiibbaa keessaa fi alaa dandamachuun dameewwan maddoota guddina diinagdee ijoon raawwiin fooyya’aan galmaa’uu Ministirri…
Hoggansaa fi dhaabbilee yericha gitu horachuuf xiyyeeffatameera-Aadde Mufaariyaat
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)-Hoggansa furmaata kennuu fi dhaabbilee yericha gitan horachuuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu Miseensi Koree Hoji Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa fi…
Ibsa Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessaa ture ilaalchisee ibsa kenneera.
Korichi Amajjii 13 eegalee walga’ii idilee gaggeessaa…
Obbo Tamasgeen Xirunahiin Itti Aanaa Pireezidaantii paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Miseensa Koree Hojii Raawwachiiftuu kan turan Obbo Tamasgeen Xirunahiin Itti Aanaa Pireezidaantii paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman.
Itti Aanaa…
Hojiin ijaarsaa fi Suphaa Daandii Birrii biiliyoona 22.77 oliin raawwatame
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Baatiwwan Jahaan darbanitti hojiin ijaarsaa fi Suphaa Daandii Birrii biiliyoona 22.77 oliin raawwatamuu Bulchiinsi Daandiwwan Itiyoophiyaa beeksiise.…