Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti manneen harka qalleeyyii kumni 64 ol haroomsamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan jahan darbanitti manneen harka qalleeyyii kumni 64 ol haaroomsuu fi suphamuu Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii…
Paartichi damee teeknooloojii qunnamtii odeeffannoon hojii jajjabeessaa hojjechaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa damee teeknooloojii qunnamtii odeeffannoon hojii jajjabeessaa hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Koreen Giddu Galeessaa Paartii…
Maamiltoonni haaraan kumni 198 ol fayyadamtoota Tajaajila Elektirikaa ta’an
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Baatiwwan Jahaan darban Maamiltoonni haaraan kumni 198 ol fayyadamtoota Tajaajila Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksiise.…
Miidiyaaleen adeemsa Marii Biyyaaleessaaf hubannoo akka uuman gaafatame
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Marii Biyyaleessaa dhugoomsuuf miidiyaaleen hubannoo uumuuf bal’inaan akka hojjetan Koomiishiniin Marii Biyyaaleessaa gaafate.
Koomishinarri Koomiishinii…
Pireezidaantonni naannoolee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Pireezidantonni naannoolee badhaasa meedaaliyaa "Agricola" argachuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Itiyoophiyaan damee qonnaan milkaa’inni galmeessite kan jajjabeeffamuu fi fakkeenya-Kiiyuu…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan damee qonnaan milkaa'inni galmeessite kan jajjabeeffamuu fi Afriikaafis ta'e Addunyaaf fakkeenya kan ta'uudha jedhan Daayrektarri Dhaabbata…
Pireezidaanti Shimallis badhaafamuu Dooktar Abiy ilaalchisuun ergaa baga gammaadanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaaobbo Shimallis Abdiisaan badhaafamuu Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ilaalchisuun ergaa baga gammaddanii…
Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojii fakkeenyaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojii fakkeenya ta’u raawwataniiru jedhan Daayrektarri Dhaabbata…
Imala birmadummaa nyaataa ciminaan itti fufsiisna-Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Imala birmadummaa nyaataa ciminaan itti fufsiisna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy wabii nyaataa mirkaneessuuf…
Dooktar Abiy Meedaaliyaa “Agricola” Dhaabbata Nyaataa fi qonnaa Addunyaan badhaafaman
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Meedaaliyaa "Agricola" Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa badhaafamaniiru.
Dooktar Abiy sagantaa Room…