Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar Jigjigaa galan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)-Jilli Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaawu Tashaagariin durfamuu guyyaa Sabaaf sablammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf…
Jilli Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu hojilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) –Jilli sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Godina Harargee Bahaatti hojilee…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Aanaa Wanciitti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Jilli Hoggannaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wanciitti hojiilee misoomaa daawwateera.
Jilichi…
Guyyaan sabaaf sablammootaa kabajamuun biyya sabdaneessaa ijaaruuf qooda qaba – Obbo Musxafee…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Guyyaan sabaaf sablammootaa kabajamuun biyya sabdaneessaa ijaaruuf qooda olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Somaalee Obbo Musxafee…
Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” Jigjigaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Jala Bultii Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa, Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.…
Gamoon Ce’umsa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa gamoo ce’umsaa abbaa darbii 15 eebbisiise.
Gamichis baasii Birrii miiliyoona 850'n kan ijaarame yoo ta’u, darbiiwwan afur…
Shaashamanneetti dargaggoota hoji dhabeeyyii ga’uumsa ogummaan leenji’an hojiitti…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota hoji dhabeeyyiin ga'uumsa ogummaan leenji'an 455 hojiitti galaniiru jedhame
Sagantaa Dargaggoota leenji’aan…
Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa waliin waltajji marii waggaa gaggeessaa jira.
Ministeerichi…
Kanaadaan milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti milkaa’ina hojiilee Koomishinii Marii Biyyaalessaaf deeggarsa barbaachisaa akka taasiftu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Kaanaadaa Jooshuwaa…
Pireezidaanti Shimallis Ambaasaaddaroota Ameerikaa fi Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Joosee Maassiingaa fi Ambaasaaddara Ingiliz Darren…