Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif ergite
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif erguu beeksifte.
Itiyoophiyaan karoora biyyoota ollaa waliin misoomuu qabattee…
Balaa tiraafikaan daandiin cufamee ture baname
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Balaa tiraafikaa Godinaa Shawaa Bahaa Matahaaraa fi Olancitii gidduutti mudateen daandiin cufamee ture banamuun tajaajila eegaluu Koomishiniin Poolisii…
Pireezidaantonni naannolee fi Kantiibonni Magaalotaa Jigjigaa galan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni Naannolee garaagaraa fi Kantiibonni Bulchiinsa Magaalota lameenii Magaalaa Jigjigaa galaniiru.
Pireezidaantonii fi Kantiibonni wayita…
Guyyaa Sabaa fi Sabalammootaa ilaalchisuun siimpooziyamiin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa ilaalchisuun Sagantaan Simpooziyeemii Magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Simpooziyeemii…
Ramaddiin fooyyessa dandeettii (Remedial) ifoome
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Ministeerri Barnootaa ramaddii fooyyessa dandeettii(Remedial) barattoota 2015 ifoomseera.
Barattoonni kutaa 12ffaa bara barnootaa 2015 qormaata…
Baga ayyaana Itiyoophiyummaatiin isin gahe – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Baga ayyaana…
Hiriira nagaa da’eeffachuun shirri garee shororkeessummaaf socho’aa turaanii fashalaa’uu Humni…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Hiriira nagaa da’eeffachuun Magaalaa Finfinnee giddugala jeequmsaa fi hokkaraa taasisuuf shirri garee ergama shororkeessummaa fudhatanii socho’aa turaanii…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Wal’aansaa Aksoon daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Wal’aansaa Istirookii fi Niwurooloojii Aksoon daawwataniiru.
Giddugalichi dhabimtoota dhibee…
Godina Shawaa Bahaatti balaa tiraafikaa mudateen daandii cufame banuuf hojjetamaa jira-KPO
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Bahaatti balaa tiraafikaa Matahaaraa fi Olancitii gidduutti mudatee, Konkolaataa Boottee garagaleen daandii cufame saffisaan banuuf…
Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar Jigjigaa galan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)-Jilli Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaawu Tashaagariin durfamuu guyyaa Sabaaf sablammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf…