Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Qorannoo Oromoo yaa’ii qorannoo jalqabaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Waldaan Qorannoo Oromoo yaa’ii qorannoo jalqabaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Waldichi hojiilee qorannoo Oromoon wal qabatanirratti waan…
Gumiin biyyoolessa Hararii Yaa’ii Idilee 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Gumiin biyyoolessa Hararii marsaa Yaa’ii Idilee 1ffaa waggaa 3ffaa marsaa gaggeessuu eegaleera.
Waltajjicharratti Af-yaa’iin Mana Marii gumii…
Warshichi lammiilee naannoo Tigraay hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Warshaan Simmintoo Masaboo lammiilee naannoo Tigraay hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera.
Naannichatti hongee mudate…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Waggaa Gabaa Egeree Idil Addunyaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii Waggaa Gabaa Egeree Idil Addunyaa 25ffaa Taayilaandi Baankookitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Ministir Deetaan…
Abeel Yaalewu gara Kilabaa Ijibti ZFC’tti imale
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Kilaba Kubbaa Miilaa Qiddus Giyoorgis Abeel Yaalewu Kilabaa Ijibti ZFC’tti makame.
Kilaba Ijibti ZFC’n taphaticha…
Oromiyaatti manneen barnootaa Bu’uuraa boruu kuma 3 fi 700 ol ijaaraman
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darban manneen barnootaa bu’ura boruu kuma 3 fi 700 ol ijaaramuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.
Biirichatti…
Bara kana misooma qamadii boneetiin lafa hektaara miiliyoona 2.78 uwwisuu dandeenyerra-Pir.…
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)-Bara kana misooma qamadii boneetiin lafa hektaara miiliyoona 2.78 uwwisuu dandeenyerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Boordiin filannoo Paartilee siyaasaa sadiif beekkamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Paartilee siyaasaa sadiif beekkamtii kenneera.
Boordichi, bu’uura Labsii Galmeessaa fi Naamusa Paartilee…
Shakkamtoonni meeshaalee diriirsa bishaan dhugaatii birrii miiliyoona 21 olitti tilmaamamu hatan 7…
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Namoonni meeshalee diriirsaa bu’uuraalee misoomaa bihaan dhugaatii Birri miiliyoona 21 olitti tilmaamaman hatuun shakkaman torba to’annoo jala oolfaman.…
Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Agarsiisa Horsiisee Bultootaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa agarsiisa Horsiisee Bultootaa Gaanfa Afrikaa daawwataniiru.
Guyyaan Horsiisee Bultootaa Ganfaa Afrikaa mata duree…