Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaanota dhimmoota addaan qoqqoodanirra dhimmoota tokkummaan walitti hidhantu caala-Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhimmoota addaan qoqqoodanirra dhimmoota tokkummaan walitti hidhantu caala jedhan kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa bara dhufuu keessummeessa
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Ummatootaa Itiyoophiyaa 19ffaa bara dhufuu Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Magaalaa Arbaamincitti keessummeeffama.
Malaakuu…
Kabajamuun guyyaa saboota, sablammootaa tokkummaa cimsuuf gumaacha qaba-Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Kabajamuun Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa Itiyoophiyaa, aadaa fi duudhaalee ummata keenyaa beekuuf carraa uumuu qofa osoo hintaane, walitti…
Itiyoophiyaan Biyya Heddummina irraa ijaaramtedha–Obbo Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya heddummina irraa ijaaramteedha jedhuun Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan.
Guyyaan Sabaa fi…
Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutti galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad walga’ii Addaa Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa (IGAD)…
Paartiin Badhaadhinaa erga baga ittin isin gahee dabarse
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhina kabaja Guyyaa Sabaaf Sablammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa ilaalchisuun erga baga ittin isiin gahee dabarseera.
Paartichi…
Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii heddumminaan faayamtee fi Gamtan cimteedha-TKM
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii heddumminaan faayamtee fi Gamtan cimteedha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi Guyyaa Sabaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Jigjigaa galan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawudeen kabaja guyyaa Sabaaf Sabalammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf Naannoo Somaalee Jigjigaa…
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa 18ffaan Magaalaa Jigjigaatti kabajama jira
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti kabajama jira.
Sirna kabaja guyyichaarratti Afyaa’ii…
Jala bultiin kabaja guyyaa Sabaa fi Sabalammootaa 18ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Sagantaan jala bultii kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa ummatoota itiyoophiyaa 18ffaan gaggeeffamaa jira.
Saganticharrattis bakka bu’oonni sabaa fi…