Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin nageenya waaraa, misoomaa fi walooma Gaanfa Afrikaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Yaa’iin nageenya waaraa, misoomaa fi waloomaa naannawaa Gaanfa Afrikaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichas Ministeerri Nageenyaa,…
Itiyoo Injiinariingi Giruuppi beekkamtii hojiirra oolmaa sirna hoggansa hojii qulqullinaa argate
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)-Itiyoo Injiinariingi Giruuppii fi warshaaleen oomisha maashinaa fi qaamolee jijjiirraa haaraa isa jalatti hojjetan, beekkamtii hojiirra oolmaa sirna…
Qamadii jallisiin misoomerraa callaa kuntaala miiliyoonaa 105.8 eegama-BKO
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)- Barana Qamadii jallisiin misoomerraa callaan kuntaalli miiliyoonni 105.8 kan eegamu ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise.
Biirichi haala…
Dooniin Guddoon Abbay 2 jedhamtu yeroo jalqabaaf meeshaalee Itiyoophiyaa fe’uun Jibuutii geesse
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Dooniin Guddoon Abbay 2 jedhamtu yeroo jalqabaaf meeshaalee Itiyoophiyaa fe’uun Jibuutii ga’uu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii beeksiise.…
Bu’aalee damee Diinagdee fi Dippiloomaasiin argaman keessatti qoodni miidiyaalee olaanaa ture…
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Baatiiwwan jahan darban keessa bu’aalee damee Diinagdee fi Dippiloomaasiin argaman keessatti qoodni miidiyaalee olaanaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Feestivaalli Aadaa 15ffaan Magaalaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)-Mata duree “Aadaalee keenya beekuun cabiinsa keenya wal’aanuu” jedhuun Feestivaalli Aadaa 15ffaan Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu banameera.…
Labsiin yeroo ariifachiisaa baatii afuriif akka dheeratu murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii nageenyaa fi tasgabbiin ummaataa kabachiisuuf Manni Maree Ministiroota labsee ture baatii afuriif akka dheeratu…
Namni dhuunfaan Birrii miiliyoona 1 fi Doolaara biyyoota garaagaraa karaa seeraan alaa mana…
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaan Birrii miiliyoona 1 fi Doolaara biyyoota garaagaraa karaa seeraan alaa mana keessatti kuusee argame to'atamuu…
Waliigaltee Piriitooriyaaf deebii qabatamaatu barbaachisa -TKM
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Waliigaltee Piriitooriyaaf deebii qabatamaan kan barbaachisu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Gaaffii ABUT tibbana Waliigalteen…