Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni barumsaa Bu’uura Boruu Birrii Miiliyoona 10’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC)-Manni Barumsaa Bu'uura Boruu Birrii miiliyoona 10'n Magaalaa Sandaafaatti ijaarame eebbifame.
Sirna eebbichaarratti Afyaa'ii Ittaanaa Caffee Oromiyaa…
Inistiitiyuutichi Poolisota Tajaajilaa Poolisii Hawaasaan Leenjisaa ture 990 eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Inistiitiyuutiin Leenjii Ogummaa Poolisii Sanqallee, miseensota poolisii tajaajila poolisii hawaasaa leenjisaa ture 990 eebbisiise.
Sirna…
Tuurizimiirraa bu’aa barbaadamu argachuuf hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Humna diinagdee guddaa kan ta'e turizimii irraa bu'aa barbaadamu argachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo…
Dorgommiin Biskileetii yeroo jalqabaaf Wancii-Dandiitti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Dorgommiin Biskileetii yeroo jalqabaaf Ikoo Tuurizimii Wancii-Dandiitti gaggeeffameeera.
Dorgommi kanarratti kilaabonni biyyattii 12 fi naannolee 7…
Samaraatti Biiroo Qorannoo Yakkaa ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti Biiroo Qorannoo Yakkaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’amera.
Sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu…
Hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu-Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Humna Qonnaa keenya sirnaan fayyadamuuf hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisaa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu jechuun Ministirri…
Gamoon Yuuniyenii Lumee Adaamaa Birrii miiliyoona 112’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Gamoon Yuuniyenii Waldaalee Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Lumee Adaamaa Birrii miiliyoona 112’n ijaarame eebbifame.
Sirna eebbichaarratti Sadarkaa…
Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa qondaaltota leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa marsaa 24ffaaf qondaaltota kaadhimamtootaa Giddugala Leenjii Huursoo Kontinjantiitti leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Nageenyi Magaalattii akka mirkanaa’uuf gaheen Miseensota Raayyaa Nageenyaa olaana ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Nageenyi Magaalaa Finfinnee akka mirkanaa’uuf miseensonni raayyaa Nageenyaa gaheen bahatan olaanaa ta’uun ibsame.
Finfinneetti ayyaanotaa amantaa…
Feestivaalli Gugsii Farda Godina Shawaa Kaabaatti boru gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Feestivaalli Gugsii Farda marsaa 3ffaan Godina Shawaa Kaabaa Magaala Sandaafaa bakkeetti boru gaggeeffama.
Feestivaalicha ilaalchisuun mariin paanaalii…