Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Godina Siilxee Aanaa Hulbargaa gandaa warabat Shaamatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuu ibsameera.
Konkolaataan deddeebisa ummataa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Maariyaanaa Ispaalyaariichi…
Pireezidaanti Saahilawarqi Guyyaa “Jamhuri” Keeniyaarratti ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen kabaja guyya bilisummaa Keeniyaa (Jamhuri Day) 60ffaarratti argamuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Waajjirri Ministira Muummee Waltajjii “Qinyit” jedhamu gaggeessuu jalqabe
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waajjirri Ministira Muummee Waltajjii “Qinyit” jedhamu har’a eegalchiiseera.
Waltajjichi ibsi barnootaa kennuurratti kan xiyyeeffate ta’uunis eerameera.…
Omisha qamadii dabaluu cinaatti hawaasni muuxannoo horachaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Xiyyeeffannoo kennameen omisha qamadii dabaluu qofa osoo hintaane hawaasni muuxannoo hedduu argachaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Gaaffiilee dubartoota deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf bifa gurmaa’een gaaffiilee dubartoota deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Federeeshiniin Dubartoota Oromiyaa…
Godina Arsiitti konfiraansiin misoomaa fi nageenya gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Shirkaatti Konfiraansiin misoomaa fi nageenyaa gaggeffame.
Konfiraansicharratti Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Waltajjiin Daldalaa fi Invastimanti Itiyoophiyaa Dohaatti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waltajjiin daldalaa fi invastimantii Itiyoophiyaa Kuwaataar Dohaatti gaggeeffameera.
Waltajjichi tumsa Itiyoophiyaa fi Kuwaatar daldalaa Abaaboon…
Biirichi Jila invastimantii Awustiraaliyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Biiroon Invastimantii fi Indaastiri Oromiyaa Jila Abbootiin qabeenyaa Awustiraaliyaa Dhaabbata “BUSG” jedhamu waliin mari’ateera.
Maricharratti Hoogganaan…
Mootummaan Naannicha humnoota hidhataniif waamicha taasise
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)-Mootummaan Naannoo Amaaraa hidhatoonni naannicha keessa socho’aan guyyoota torba keessatti karaa nagaan mootummaatti akka harka kennatan waamicha dhiyeesse.…