Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu kutaa magaalaa Sabbataatti facaasaa qamadii jallisii bonee facaase
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu kutaa magaalaa Sabbataatti facaasaa qamadii jallisii bonee facaaseera.
Wabii nyaataa…
Afaan Oromoo addunyaatti sirnaan beeksisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) - Imala Afaan Oromoo Dijitaaleessuu ilaalchisee qooda fudhattoota waliin Adaamaatti mari’atamaa jira.
Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Waldaan Afaanoota Afirkaa…
Wixineen labsii to’annoo fi mirkaneessa nageenya oomishaalee teeknooloojii odeeffannoo ragga’e
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixineen labsii to’annoo fi mirkaneessa nageenya oomishaalee teeknooloojii odeeffannoo raggaasise.
Manni Maree Bakka…
Mariin Paanaalii “Imala Ida’amuu” Magaalaa Boongaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Mariin Paanaalii “Imala Ida’amuu” mata duree “Duudhaan Ida’amuu Egeree Fooyya’aaf” jedhuun Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Magaalaa Boongaatti…
Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti, karoorri bara baajataa 2016 dhiyaatee kan…
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Biyyoota Afrikaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf qophiidha-L/J Yilmaa…
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan hundaan biyyoota Afrikaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf qophii ta’uu Ajaajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetenaal…
Lafa hektaara miiliyoona 10.5 irraa oomishni walitti qabame – MQ
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Lafa hektaara miiliyoona 10.5 irraa oomishni ga’e walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Lafa qonna Gannaan misoome hektaara miiliyoona 17.5…
Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota gumaacha olaanaa taasiisan badhaase
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota dameewwan garagaraan gumaacha olaanaa taasiisan badhaaseera.
Hayyoota Koolleejjii Saayinsii hawaasummaan gumaacha olaanaa…
Jilli Obbo Dammaqaan durfamu fooramii Godaantootaa idil addunyaarratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Fooramiin Godaantoota Idil Addunyaa 2ffaan Siwiizarlaand Jeeneevaatti gaggeeffama jira.
Jili Ittaanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma…
Qulqullina barnootaa eegsisuuf itti fufiinsaan hordofuu fi wal deeggaruu gaafata jedhame
Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Godina Arsiitti mariin sosochii qulqullina barnootaafi fooyya'iinsa qabxii barataa gaggeeffameera.
Pireezidaantii Itti Aanaa bulchiinsa mootummaa naannoo…