Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Jimmaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Mariin nageenyaa haala yeroorratti xiyyeeffatu Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa, Af yaa'ii…
Magaalaa Dambi Doollootti mariin nageenyaa hawaasa hirmaachise gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Qelleem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti mariin nageenyaa hawaasaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Rakkoo biyyichaa jan turan seenessoota…
Hojiileen misoomaa hoggantootaan daawwataman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Hooggantoonni Olaanoon Naannolee garaagaraa marii hawaasa boru Oromiyatti gaggeeffamurratti hirmaatan hojiilee misoomaa naannichaatti hojjetamaa jiran…
Obbolummaa Sabdaneessa Mirkaneessaa Nageenya Waaressina-BKO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)-Obbolummaa Sabdaneessa Mirkaneessaa Nageenya Waaressina jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biirichi ibsa baaseen, seenessi waloo humna…
Godina Wallagga Bahaatti Pirojektoonni misoomaa daawwataman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) -Hoggantoonni mootumma Godina Wallagga Bahaatti Pirojektoota misoomaa garagaraa hojjetamaa jiran daawwatamaniiru
Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa…
Poolisiin Federaalaa Meeshaalee Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 7.6 oltti tilmaamamu…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) - Poolisiin Federaalaa Baatiiwwan jahaan darban Meeshaalee Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 7.6 olitti tilmaamamu to'achuu ibseera.
Dhaabbatichi…
Yakka ugguruu Ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) - Yakka ugguruu kutaalee biyyattii garaagaraatti raawwatamaa jiru Ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Yakka…
Boru Oromiyatti mariin ummataa ni gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Mariin ummataa qaamoolee hawaasaa garaagaraa hirmaachise boru Naannoo Oromiyaa magaalota 20 ol keessatti kan gaggeeffamu ta’uun eerame.
Marichis…
Hanga ammaatti gaagura kuma 500 olirraa dammi tooniin kuma 57ol misomeera-BQO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti gaagura kuma 500 ol dhiheessuun dammi tooniin kuma 57ol misoomuu Biiroon Qonna Ormiyaa beeksise.
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa…
Mariin fooyya’iinsa qulqullina barnootaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaas hanqina qulqullina barnootaan jiru irratti qorannoo taasiserratti qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin mari’ateera.…