Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti mariin hawaasaa gaggeeffamaa jira.
Ministira Ministeera Indastirii Obbo…
Magaalaa Adaamaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti mariin nageenyaa jiraattoota magaalaa Adaamaa fi Godina Shawaa Bahaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Mariin kun mata duree…
Magaalaa Maayaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Waltajjiin marii qaamolee hawaasaa garagaraa magaalaa Maayaafi godina Harargee Bahaarraa walitti babba’an hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Mariin…
Magaalaa Asallaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti waltajjiin marii hawaasaa magaalaa Asallaa fi Godina Arsii hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Marii hawaasaa kanarratti…
Magaalaa Jimmaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Mariin nageenyaa haala yeroorratti xiyyeeffatu Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa, Af yaa'ii…
Magaalaa Dambi Doollootti mariin nageenyaa hawaasa hirmaachise gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Qelleem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti mariin nageenyaa hawaasaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Rakkoo biyyichaa jan turan seenessoota…
Hojiileen misoomaa hoggantootaan daawwataman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Hooggantoonni Olaanoon Naannolee garaagaraa marii hawaasa boru Oromiyatti gaggeeffamurratti hirmaatan hojiilee misoomaa naannichaatti hojjetamaa jiran…
Obbolummaa Sabdaneessa Mirkaneessaa Nageenya Waaressina-BKO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)-Obbolummaa Sabdaneessa Mirkaneessaa Nageenya Waaressina jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biirichi ibsa baaseen, seenessi waloo humna…
Godina Wallagga Bahaatti Pirojektoonni misoomaa daawwataman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) -Hoggantoonni mootumma Godina Wallagga Bahaatti Pirojektoota misoomaa garagaraa hojjetamaa jiran daawwatamaniiru
Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa…
Poolisiin Federaalaa Meeshaalee Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 7.6 oltti tilmaamamu…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) - Poolisiin Federaalaa Baatiiwwan jahaan darban Meeshaalee Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 7.6 olitti tilmaamamu to'achuu ibseera.
Dhaabbatichi…