Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gola Yaadannoo Injifannoo Adwaa
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Pirojektiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinnee Birbirsa Goorootti (Piyaassaa) lafa hektaara 5 irratti kan ijaarame yoo ta’u, lafaa gaditti darbiiwwan…
MM Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa eebbisan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- MInistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinneetti ijaarame eebbisaniiru.
Sirna eebbichaarratti…
Adwaan injifannoo keenya; hambaa keenyas-TKM
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Adwaan injifannoo fi hambaa keenya jechuun Tajaajilli Kominikeeshnii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi ibsaa baaseen, Itiyoophiyaan biyyoota sirna…
Uummata Injifannoo Aarsaa Qaaliin argate tikfatuufi kan Isa hafe Mootummaa Waliin Qindoomee…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Uummata Injifannoo Aarsaa Qaaliin argate tikfatuufi kan Isa hafe Mootummaa Waliin Qindoomee Milkeeffatu Qabaachuun Carroomuu ta'uu Biiroon…
Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf qormaatilee waloon injifachuun murteessaadha – Obbo Araggaa…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti mariin hawaasaa gaggeeffameera.
Mariin qaamolee hawaasa garaa garaa himaachise kun mata duree 'obbolummaa sabdaneessa nageenya…
Meeshaan osoo hin taane mariin nagaa buusuuf of qopheessuun barbaachisaadha – Obbo Malaakuu…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti mariiin hawaasaa gaggeeffameera.
Jijjiramoonni akka biyyaatti qabaman akka galma gahaniif…
Ummanni Oromoo fi Sidaamaa ummatoota adda hin ummata waan walitti hidhamaniidha – Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Mariin Nageenyaa magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffameera.
Mariin hawaasaa kun "Obbolummaa Sabdaneessaa Nageenya Waara fi badhaadhina hunda…
Rakkoolee jiran furuuf waldhaggeeffachuu fi waliin mari’achuun murteessadha – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Rakkoolee jiran furuuf waldhaggeeffachuu fi waliin mari’achuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan ibsan.
Magaalaa…
Meeshaaleen waraanaa seeraan ala socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Kilaashiin Kooviin 44 fi Matarayyeessiin1 karaa seeraan alaa gara Magaalaa Finfinnee seenuuf ture to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Dooktar Abiy Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru.
Ummannii fi mootummaan…