Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon N/Somaaleetti bu’uuraalee misoomaa…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti bu’uuraalee misoomaa…
Somaaleetti damee qonnaa fi bu’uuraalee misoomaan hojiileen bu’aa qabeeyyiin hojjetamaa jiru-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Naannoo Somaaleetti damee qonnaa fi bu’uuraalee misoomaan hojiileen bu’aa qabeessaa ta’an hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Walga’iin Mana Maree Raawwachistotaa Gamtaa Afrikaa Roobii fi Kamisa gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 44ffaan Walga’iin Mana Maree Raawwachistota Gamtaa Afrikaa Roobii fi Kamisa gaggeeffama.
Walga’ii mana marichaarrattis…
Aanaa Dillootti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Dillootti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii aanichaa beeksise.
Balaan kun kaleessa galgala…
Dooktar Abiy naannoo Somaalee Godina Shabaleetti hojiilee misooma Jallisii daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Godina Shabaleetti hojiilee misooma Jallisii daawwataniiru.
Godina Shabalee aanaa…
Komishinichi sadarkaa ajandaa filachuurra ga’uu ibse
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa boqonnaa jalqabaa xumuruun sadarkaa ajandaa filachuurra ga’uu beeksise.
Komishinichi ibsa kenneen, hojiilee hanga…
Naannichatti nageenya waaressuun misooma itti fufsiisuuf tokkummaa fi murannoon hoggansaa…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota olaanaa naannoo Amaaraa waliin marii gaggeessaa jiru.
Marii gaggeeffamaa…
Godambaan Adwaa Borurraa eegalee daawwattootaaf banaa ta’a
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Godambaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Borurraa eegalee daawwattootaaf banaa akka ta’u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Rasaasni yakka shororkeessummaaf ooluuf ture to’atame
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Rasaasni Kilaashin Koovii yakka shororkeessummaaf ooluuf ture kumni 5 fi 426 to’atamuu Poolisiin Federaala beeksise.
Rasaasni yakka…