Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufatni Baaburaa Sabbataa hojii eegale
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Geejjiba Baaburaa Itiyoo-Jibuutii Buufata Baaburaa Sabbataa hojii eegalchiise.
Saganticharratti Ministir Deetaa Ministeeraa Geejjibaa fi…
Hojiilee hariiroo ummataa fi ummataa daran cimsan hojjechuu qabna-Pireezidaantii Mana Maree Jibuutii
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Jibuutii gidduu hariiroo ummataa fi ummataa jiru daran cimsuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu Pireezidantiin Mana Maree Jibuutii Dil’eetaa…
Godinichatti lafa hektaara kuma 111 qamadii Jallisii Boneen misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona…
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Godina Arsiitti lafa hektaara kuma 111 qamadii Jallisii Boneen misoomsuun calla kuntaala miiliyoona 4.8 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Firaashii keessa dhokfamuun kan dabarfamaa ture baalli sammuu hadoochu Kg 80 to’atame
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Firaashii keessa dhokfamuun kan daddabarfamaa ture baalli sammuu hadoochu Kiiloo Giraamni 80 to’atamuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Gaambeellaa beeksisie.…
Dirree Soorata Qalbii fi Boqota Ijaa: Cabaraa Curcuraa
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)-Finfinnee irraa fageenya Kiiloo meetira 450 irratti argama.
Bara 1997 irraa kaasee Paarkii Biyyaalessaa ta'uun kan daangeffamee fi naannoo Kibba Lixaa…
Lafa hektaara kuma 30 biqiltuu Shaayeen uwwisuuf hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Oromiyaatti lafa hektaara kuma 30 biqiltuu shaayiiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Muuxannoowwan Idil Addunyaa haala qabatamaa magaalotaan walsimsiisuun hojjenna –Aadde Adaanech
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Muuxannoowwan Idil Addunyaa haala qabatamaa magaalotaan walsimsiisuun Finfinnee jiraattotaaf mijattuu fi dorgomtuu taasisuuf tattaaffii olaanaan tajaajiluu…
Balaawwan uumamaa mudataniif mootummaan Birrii biiliyoona 11 ramadee hojjechaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Balaawwan uumamaa Itiyoophiyaatti mudataniif mootummaan Birrii biiliyoona 11 ramadee hojjechaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibse.…
Waliigalteen ijaarsa pirojektii Birrii biiliyoona 5.13 malatteeffame
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dhaabbata Kooriyaa Hansool Peeppar waliin ijaarsa pirojektii misoomaa baadiyyaa fi misooma jallisii bishaan lafa…
Itiyoophiyaan filmaatawwan akka karra galaanaa qabaattu mirkaneessan qabdi-MMBBU
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa koreewwan dhaabbii garaagaraarraa baba’aan miseensota Paarlaama Gamtaa Awurooppaa waliin dhimmoota Itiyoophiyaa…