Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barataa Umrii 70 Yuunivarsiitii Waachaamoo
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Abbaa Ijoollee 10 fi dhala dhala isaanii kan argaan Obbo Yohaannis Adduusee umrii waggaa 70ffaa isaaniitti barnoota digirii jalqabaaf Yuunivarsiitti…
Jilli Aadde Adaanachiin durfamu Itti Aanaa Walitti Qabaa Koongiresii Bulchiinsa Suchowaan waliin…
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen durfamu Chaayinaatti Itti Aanaa Walitti Qabaa Koongiresii Bulchiinsa Suchowaan Zuu Shuunziiw…
Fedhiin sharafa alaa fi dhiyeessiin akka walgituuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) - Fedhiin sharafa alaa fi dhiyeessiin akka walgituuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan.…
Ambaasaaddar Misgaanuun Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Daldala Addunyaa waliin…
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Daldala Addunyaa Ambaasaaddar Shiiyaangichiin…
Dooktar Warqinaan Dura Taa’aa Komishininii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Dura Taa’aa Komishininii Gamtaa Afrikaa Musaa Faakii Mahaammat…
Pireezidaant Saahilawarq Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Kooriyaa Kibbaa yeroo hojii isaanii xumuran…
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudeen Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Kooriyaa Kibbaa yeroo hojii isaanii xumuran Kaang Sii’ookiin gaggeessaniiru.…
Barana lafa hektaara miiliyoona 3.2’rratti misoomni sululaa ni gaggeeffama-BQO
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Barana lafa hektaara miiliyoona 3.2’rratti misoomni sululaa kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi, Yuunivarsiitii Haramaayaa…
Walitti Dhufeenya Hawaasa Ollaa Daangaa Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa Cimsuuf Hojjetamaa Jira
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Walitti dhufeenya hawaasa Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa jidduu jiru daran cimsuun rakkoo nageenya naannawaa daangaa irratti mul'atu furuuf xiyyeeffannaan…
DhMG lammiilee Itiyoophiyaa deeggarsa yeroo hatattamaa barbaadaniif Doolaara miiliyoona 23 ramade
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaatti lammiilee deeggarsa ariifachiisaa barbaadaniif kan oolu fandii yeroo ariifachiisaan Doolaara miiliyoona…
Jilli Atileetootaa Ikkoo Turizimii Wancii Dandii daawwate
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC) – Jilli Atileetootaa Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu Ikkoo Turizimii Wancii Dandii…