Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Borurra eegalee daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Borurraa eegalee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa Fi Walga’ii Idlee Mana Maree Raawwachiisatotaa 44ffaan hanga xumuramutti daandilee konkolaattotaaf…
Ambaasaaddar Taayyeen Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsqasillaaseen Ministiroota Dhimma Alaa Rippaabilikii Giddugaleessa Afrikaa fi Poorchugaal waliin…
Marii ummataa boru gaggeeffamuuf qondaaltonni mootummaa M/Dirree Dhawaa galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Marii ummataa boruu gaggeeffamuuf qondaaltonni mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa galaniiru.
Waltajjiiin mari ummataa mata…
Hanga ammaatti biqiltuun Avokaadoo Sanyii Filatamaa miiliyoona 15.7 qophaa’uu Biirichi…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Bara kana biqiltuu muduraa gosa adda addaa qopheessuuf karoorfamee hojjetamaa jiruun biqiltuu Avokaadoo Sanyii Filatamaa miiliyona 15.7 ol qophaa’uu…
Jilli Qondaaltota olaanoo Federaalaatiin durfamu hojiilee misoomaa Naannoo Hararii daawwate
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Jilli Mana Marii Bakka Bu'oota Ummataatti waamamaa mootummaa Obbo Tasfaayee Beeljigeen durfamu Naannoo Hararii hojiilee misoomaa jallisii…
Walisootti Pirojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 371’n ijaaramaa jira
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Walisootti pirojektiin bishaan dhugaatii birrii miliyoona 371 ijaaramaa jiraachuun ibsame.
Pirojektiin kun gaaffii yeroo…
Raawwii pirojektootaa naannawaa Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa gamaaggame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Raawwii pirojektoota naannawaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa gamaaggamameera.
Itiyoophiyaan fayyadamtuu olaantuu inisheetiivichaa fi…
Itiyoophiyaan tasgabbii fi walitti hidhamiinsa diinagdeef kutannoon hojjetti-Amb. Taayyee
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan tasgabbii fi walitti hidhamiinsa diinagdeef kutannoon kan hojjettu ta’uu Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsqasillaaseen…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Xaaliyaanii Adimiiraala…
Amaariffi Afaan Hojii Gamtaa Afrikaa akka ta’u Itiyoophiyaan gaafatte
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Afaan Amaaraa Afaan Hojii Gamtaa Afrika akka ta’uuf gaaffii dhiyeessite.
Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee…