Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaloota idaa utuu hintaane biyya mijattuu dhaalchisuuf hunduu gahee isaa bahachuu qaba-Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Dhaloota, idaa utuu hintaane biyya mijattuu dhaalchisuuf adeemsa taasifamu keessatti hunduu gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera…
Dhimma ummataarratti ummata waliin hojjechuun badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf kutannoon ni hojjetama…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Dhimma ummataarratti ummata waliin hojjechuun badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf kutannoon ni hojjetama jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo…
Seenessa qeenxee cinaatti dhiisuun seenessa waloo cichoomsuuf hojjechuun murteessadha – Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Seenessa qeenxee cinaatti dhiisuun seenessa waloo cichoomsuuf hojjechuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad…
Hawaasaa Magaalaa Asoosaa waliin mari’atame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Marii hawaasaa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffameerratti hirmaataniiru.
…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Zimbaabuwee waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Alaa Zimbaabuwee Ambaasaaddar Feediriik Eemshaavaa waliin dhimmoota…
Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tumsaa mallatteessaniiru.
Waliigaltichas Walga’ii 44ffaa Ministiroota Dhimma Alaa Gamtaa Afrikaa…
Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira.
Mariin kun mata duree “Obbolummaa…
Magaalaa Hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Naannoo Sidaamaa Magaalaa hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira.
Waltajjii marichaarratii ministiraa ministeeraa Maallaqaa Obbo…
Naannoo Afaar magaalota garaagaraatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenya waaraa fi badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun waltajjiin marii ummtaa Magaalota Naannoo Afaaritti…
Waltajjiin Marii Ummataa Magaalaa Gaambeellaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenya waaraa fi badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun waltajjiin marii ummataa Magaalaa Gaambeellaatti…