Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Pireezidaanti Luulaa Daa Siilvaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Biraaziil Luulaa Daa Siilvaa simachuun dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Daawwannaa…
Godina Gujii Bahaatti Itti gaafatamaan Damee Siyaasaa fi Loojistiksii garee Shanee harka kennate
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Godina Gujii Bahaatti Itti gaafatamaan Damee Siyaasaa fi Loojistiksii Garee Shanee Gammadaa Dhugoo harka kennate.
Ajajaan Olaanaa Kutaa…
Gumiin Bokkoo Seera aadaa lallabe
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Gumiin Ardaa Jilaa Me'ee Bokkoo sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gujii marsaa 75ffaa gumii guyyaa 2ffaan seeraa aadaa lallaabe.
Gadaa…
Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan Golhambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti daawwannaarra kan jiran Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.…
Gumiin Bokkoo Seera aadaa lallabe
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Gumiin Ardaa Jilaa Me'ee Bokkoo sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gujii marsaa 75ffaa gumii guyyaa 2ffaan seeraa aadaa lallaabe.
Gadaa…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Miseensa Kongirasii Jiinaataan Jaaksan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)-Ameerikaatti Ambaasaaddarrii Itiyoophiyaa Silashii Baqqalaan miseensoaa kongirasii ameerikaa Joonaattaan Jaaksaan waliin mari’ataniiru.
Marii…
Walga’iin Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 44ffaan xumurame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Walga'ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 44ffaan har'a obboroo xumurameera.
Raawwachiiftoonni kunneen Guraandhala 6 - 7, 2016 magaalaa…
Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaa jiru.
Pireezidaantiin Naayijeeriyaa…
Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee seenuu…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee seenuu eegalaniiru.
Pireezidaantiin Sudaan…
Mariin ummata waliin gaggeeffamu rakkoolee biyyaalessaa furuuf qooda olaanaa qabu – Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Mariin ummata waliin gaggeeffamu rakkoolee naannolee fi biyyaalessaa furuuf qooda olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…