Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Pireezidaantii CAF Paatiriis Mootiseeppeef Simannaa taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppee fi hirmaattiita…
Loltoonni shanee waamicha Mootummaa fudhachuun harka kennan leenjii haaromsaa kennamaafii ture…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Loltoonni shanee Waamicha Mootummaan naannoo Oromiyaa irra deddeebiin taasise fudhachuun harka kennan leenjii haaromsaa kennamaafii ture xumuraniiru.…
Hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuuf kan oolu deeggarsi meeshaalee ijaarsaa Birrii…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Ministeerri Galiiwwaniifi Komishiniin Gumuruukaa hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuuf kan oolu deeggarsa meeshaalee ijaarsaa Birrii…
Balaa dhidhimuu Bidiruu Haroo Caamootti mudateen walqabatee hanga ammaatti Reeffi namoota 12 argame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Bidiruun Abbulloo Arfaacoo ka'uun Haroo Caamoorraan gara magaalaa Aarbaa Minci namoota 16 fi Muuzii feetee imalaa turte dhidhimuun walqabatee hanga…
Tajaajilaa tolaa Waqtii gannaan Birrii biiliyoona 19.3 baraaruun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilaa tolaa Waqtii gannaan qabeenya Birrii biiliyoona 19.3 baraaruun danda'amuu ibsameera.
Sagantaan cufiinsa…
Poolisiin Federaalaa qajeelchawwanii fi miseensota poolisii raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Poolisii Federaalaatti Qajeelchii Waliigalaa Ittisaa Yakkaa qajeelchawwanii fi miseensota poolisii raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii kenneera.…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera.
Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, kutaaleen hawaasaa…
Irreechi Malkaa Calalaqaa kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Irreechi Malkaa Calalaqaa karaa nagaafi miidhagina qabuun kabajameera.
Irreechi Malkaa…
Piroojektoonni jallisii misooma qonnaa Itiyoophiyaa milkeessan saffisaa jiru – Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kurmaana 1ffaatti piroojektoonni jallisii misooma qonnaa Itiyoophiyaa milkeessan saffisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Irreechi Malkaa Caancoo haala ho’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Irreechi Malkaa Caancoo Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera.
Irreechi Malkaa Caancoo kun bakka Abbootiin…