Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Caffee Boriifi Iftaan gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Yaa’ii idilee 6ffaa waggaa 3ffaa bara hojii Caffee 6ffaan Guraandhala 10-11, 2016 kan gaggeefamu ta’uu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Misooma waaraa mirkaneessuuf barnoonni gahee olaanaa akka qabu Dooktar Abiy dubbatan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Misooma waaraa mirkaneessuuf barnoonni gahee olaanaa akka qabu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan.
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaan…
Pireezidaantiin Moritaaniyaa Mahaammad Oldi Gaawuzaanii Dura Ta’aa Gamtaa Afrikaa 2024 ta’uun…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Moritaaniyaa Mahaammad Oldi Gaawuzaanii Dura Ta’aa Gamtaa Afrikaa 2024 ta’uun filamaniiru.
Mortaaniyaan Dura Taa’ummaan…
Sagalee Afrikaa dhageessisuuf hojjetamaa tureera-Azaalii Asuumaani
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Sagalee Afrikaa dhageessisuuf hojjetamaa tureera jedhan Pireezidaantiin Komorosii fi Dura Taa'aan Yeroo Gamtaa Afrikaa Azaalii Asuumaaniin.…
Qormaata waloo keenyaa dura waliin dhaabbachuu qabna-Luulaa Daa Silvaa
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Qormaata waloo keenyaa dura waliin dhaabbachuu qabna jechuun Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Silvaan dubbatan.
Pireezidaantiin Biraaziil…
Misoomuu fi babal’achuun magaalotaa walitti hidhamiinsa ummataa fi sabdanneessummaa guddisa- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Misoomuu fi babal’achuun magaalootaa walitti hidhamiinsa ummataa fi sabdannessummaa ni guddisa jedhan Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen…
Afrikaan qixa qaroomina addunyaaf gumaachiteen fayyadamtuu hintaane-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Afrikaan qixa qaroomina addunyaaf gumaachiteen fayyadamtuu akka hintaane Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Sirna Baniinsaa…
Afrikaan Dhaabbiilee Idil Addunyaa keessatti bakka maluuf akka argattuuf Gamtaan Afrikaa hojjechuu…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Afrikaan Dhaabbilee Idil Addunyaa keessatti bakka maluuf akka argattuuf
Gamtaan Afrikaa fi biyyoonni miseensootaa cimsanii hojjechuu qabu jedhan…
Yaa’iin Dureewwan Afrikaa 37ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yaa’iin Dureewwan Afrikaa 37ffaan Finfinnee Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa'iichi mata duree "Barsiisa Afrikummaa Jaarraa…
Lakkuu Ogumma Fayyaan Gulaantaa olaanaan eebbifaman
Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yuunivarsitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa guyyaa har’a barattoota Saayinsii fayyaan barsiisa ture 271 eebbisiseera.…