Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan sochii Turizimii Naannoo Tigraay sababa waraanaa fi weerara Koroonaan adda citee ture…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Sagantaan sochii Turizimii naannoo Tigraay sababa weerara koroonaa fi waraanaan waggootaaf addaan citee ture eegalchiisuu magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa…
Itiyoophiyaa fi Gamtaan Afrikaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 1 mallatteessan
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Gamtaan Afrikaa hidhattoota duraanii deebisanii dhaabuuf waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 1 mallatteessaniiru.
Waliigaltichas…
Mattuutti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Mattuutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuu namoota lamaa darbe.
Balichaan miidhaan qaamaa salphaan nama tokko irra qaqqabuun…
Dooktar Abiy Jila Mahammad Hamdaan Dagaaloo waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Ajajaa Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Hamdaan Dagaloo waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis…
Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eel nagaan akka kabajamuuf qophii gahaan taasifameera-Humna…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabre'eel nagaan akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tika Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi Waloo…
Jeneraal Mohaammad Hamdaa Daagaloon Finfinnee galan
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Ajajaan Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaloon har'a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru.
Jeneraal Mohaammad Hamdaan wayita Buufata…
Biqiltuun Shaayee miiliyoonni 400 qophaa’aa jira-BQO
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Biqiltuu Shaayee miiliyoona 400 qophaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Oromiyaatti Inisheetivii misooma shaayee jalqabame babal’isuun haala…
Hawaasaatti Yakka butii fi dirqiin gudeeduun kan himatame hidhaan waggaa 16 itti murtaa’e
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti yakka fi dirqiin gudeeduun kan himatame Saajiin Yaahuwalamabiraat Waldamaariyaam hidhaa waggaa 16’n akka adabamu itti murtaa’e.…
Gaaffileen ummatarraa ka’an deebii akka argataniif nageenyaaf dursa kennuun barbaachisa-Obbo…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)-Gaaffileen ummatarraa ka’an deebii akka argataniif nageenyaaf dursa kennuun hojjechuun barbaachisaa ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Saa’udiin dhimma lammiilee mana hidhaa jiraaniirratti waloon hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksiste
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Lammiilee seeraan ala daangaa ce’uun Saa’ud Arabiyaa seenanii fi mana hidhaa keessa jiran ilaalchisee waloon hojjechuuf fedhii qabaachuu Ministirri…