Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya waaraa fiduufi sirna itti wareegamne ceesisuudhaaf hunduu hojii nageenyaa tumsuu qaba…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara Bulchiinsa,Nageenyaafi Haqaa naannoo Oromiyaa Komishinar Kaffaaloo Tafarraan dhimma…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Taanzaaniyaa fi kan Riippaablika Diimookiraatwaa Koongoo waliin…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluuhii fi kan Riippaablika Diimookiraatwaa Koongoo Filiiksii…
Dhimmi waliin gahiinsa Fayyaa Afrikaanotaa Xiyyeeffannoo barbaada – Komishinii To’annoo…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Dhimmi waliin gahiinsa Fayyaa Afrikaanotaa Xiyyeeffannoo kan barbaadu ta'uu Komishiniin To'annoo fi Ittisa Dhibee Afrikaa beeksise.
Hojiin Ittisa…
Dubartoota barsiisuun mirga isaanii kabachiisuun bilisummaan akka jiraatan qooda olaanaa qaba…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'iin Waliigalaa Dhaabbilee misoomaa Giiftiiwwan duree biyyoota Afrikaa 28ffaa gaggeeffamaa jira.
Yaa'ichi 'ishee barsiisaatii Afrikaa jijjiiraa'…
Itiyoophiyaa, Moorokoo fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaarratti tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaa, Moorokoo fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaarratti tumsaan hojjechuuf walii galuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministirri…
Itiyoophiyaan Keessummoota ishee Hunda qixa ilaalti – Ambaasaaddar Dooktarr Mallas Alam
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'iin Dureewwanii Gamtaa Afrikaa akkaatuma sagantaa qabameen gaggeeffamaa jiraachuu Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Dooktar Mallas…
Dooktar Abiy UNDPtti gargaartuu bulchituu dhimmoota Afrikaa fi daayrektara naannawaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad UNDPtti gargaartuu bulchituu dhimmoota Afrikaa fi daayrektara naannawaa Afrikaa waliin mari'ataniiru.…
Baatiwwan jahaan darbe pirojektoota bishaan dhugaatii kuma 2 fi 563 tajaajilaaf banaa ta’an
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Piroojektoonni bishaan dhugaatii kumni 2 fi 563 baajata kappitaalaa, sagantaalee adda addaa fi hirmaannaa hawaasaa hojjetaman tajaajilaaf banaa ta'uu…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Riippaablika Mooriitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Riippaablika Mooriitaaniyaa Mohaammad Oldi Gaazuuwaanii waliin dhimmoota waloorratti…
Yaa’iin Idilee 6ffaan Caffee Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa’iin idilee 6ffaa waggaa 3ffaa bara hojii Caffee 6ffaan Caffee Oromiyaa gaggeeffamuu eegale.
Tarkaanfiiwwan addaa misoomaa uummataa si’eessuuf…