Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa fi Inistitiyuutiin Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa fi Inistitiyuutiin Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
…
Mariin Paanaalii Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Sirna Walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujii 75ffaa boru gaggeeffamu sababeeffachuun mariin paanaalii gaggeeffamee jira.
…
Yaa’iin dhaabbilee mootummaa magaalotaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Yaa’iin dhaabbilee mootummaa magaalotaa 9ffaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan…
Har’as fuuldurattis Itiyoophiyaan wareegamaan cimtee ni jiraatti-TKM
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Har’as fuuldurattis Itiyoophiyaan wareegamaan cimtee ni jiraatti jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi ibsa…
Yakkamaan Haadha warraa isaa ajjeesse hidhaa cimaa waggaa 21’n akka adabamu itti murtaa’e
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Dhiira biraa walii hariiroo qabda jechuun hinaaffaan kaka’uun yakkamaan haadha warraa isaa ajjeesse hidhaa cimaa waggaa 21’n akka adabamu itti…
Gumiin Bokkoo Qorbisa taa’e
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Gujii 75ffaaf Gumiin Bokkoo lallaba guyyoota shanaan dabran lallabaa ture hayyootaa Gadaan Ummataaf ibseera.…
Bulchiinsi Magaalichaa raawwii baatiiwwan 7’n darbanii qorachuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii baatiiwwan torban darbanii Galma Yadaannoo Injifannoo Adwaatti gaggeessuu eegaleera.
Kantiibaan…
Gabaan Kaappitaalaa jalqabuun guddinni Itiyoophiyaa akka dhugoomuu kaappitaalaa horachuuf kallattii…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti Gabaa Kaappitaalaa jalqabuun utubaaleen guddina biyyattii akka dhugoomu kaappitaalaa haaraa horachuuf kallattii kan argisiisuudha…
Pirojektii madda humna Kooyishaa %62rra qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Raawwiin ijaarsa pirojektii Madda Humna Elektirikii Kooyishaa %62’rra qaqqabuun ibsame.
Yeroo ammaas hojiin guuttiinsaa konkiriitii…
Obbo Ahimad Shideen Jila Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Mallaqaa Obbo Ahimad Shideen Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaati Gargaaraa Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Pii fi Gaanfa…