Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Agarsisini milkaa’ina dippiloomaasii Ityoophiyaarratti xiyyeeffate torbee dhufu eegala-MDhA
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Agarsiisni milkaa’ina dippiloomaasii Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate torbe dhufu kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan…
Hanga ammaatti qamadiin Bonaa lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 ol faca’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti misooma qamadii Bonaa baranaan hanga ammaatti lafti hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 fi 823 faca'uu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise.…
Baatiiwwan 5’n darbanitti lammiileen kuma 144 ol carraa hojii biyya alaa argaachuun ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 5’n darbanitti lammiileen kuma 144 fi 825 carraa hojii alaa argaachuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Bobbii hojii alaa ilaalchisuun…
Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu qulqullinaan hojjechuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu fi tajaajila barbaachisaa akka argatuuf qulqullina irratti xiyyeeffannaan hojjechuun barbaachisaa ta’uun…
Kurmaana jalqabaatti suphaan daandii kiiloomeetiraa kuma 3 gaggeeffameera-Biiricha
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaatti suphaan daandii kiiloomeetira kuma 3 gaggeeffamuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa beeksise.
Hogganaa Ittaanaan…
Pirojektiin babal’isa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaa eebbifame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Pirojektiin babal’isa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bulbulaa ijaarame xumuramuun har’a eebbifameera.
Manni barnootichaa Bakkaa Kantiibaan Buchiinsa…
Bakka buutonni paartilee siyaasaa Finfinneetti argaman Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Zeeroo daawwatan
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) - Bakka buutonni paartilee siyaasaa Finfinneetti argaman Piroojektii Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Zeeroo dabalatee hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Bakka…
Dhimmoota haala waqtaawaa ilaalchisee Dippiloomaatootaaf ibsi kenname
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa dhimmoota haala waqtaawaa ilaalchisee Dippiloomaatootaa Teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif ibsi kennameera.
Waliigaltee…
Waamichi diyaaspooraa dhalattoota 2ffaaf taasifame Itiyoophiyaa baruuf carraa kan uumudha jedhame
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Waamichi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad diyaaspooraa dhalattoota 2ffaaf taasisan seenaa fi aadaa Itiyoophiyaa baruuf carraa kan uumuu ta'uu…
Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti waliigalteen tumsa hunda galeessaa mallattaa’e – TKM
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti waliigalteen tumsa hunda galeessaa mallattaa’uu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Waliigaltichi…