Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaarraa dhufaniif simannaan taasifamaa jira
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraataniif simannaan taasifamaa jira.
Sirna simannaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti taasifamaa…
Gurmaa’iinsa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa Federaalaaf sirni beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)--Sirni beekkamtii kennuu gurmaa'iinsa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa Federaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Ittaanaa…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaand gidduutti mallatteeffame misooma dinagdee sadarkaa Ardiif…
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Waliigalteen Itiyoophiyaafi Somaaliilaandi gidduutti mallatteeffame misooma diinagdee Ardittiif fakkeenya gaariidha jedhan Xiinxalaan Dhimmoota Siyaasaafi…
Korri Qorannoo Oromoo marsaa 14ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Korri Qorannoo Oromoo marsaa 14ffaan mata duree “Duudhaa Keenya Ijaarsa Biyyaatiif” jedhuun gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Sadarkaa Pireezidaantii…
Hidhi Haaromsaa gara boqonnaa xumurraatt ce’eera-Koricha
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa gara boqonnaa xumuraatti ce’uu Koreen Hoji Raawwachiisaa Mana Maree Biyyaalessaa hidhichaa ibse.…
Ayyaanonni amantaa waltajjiiwwan calaqqee dhuudhaa amantaati-YDhAI
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ayyaanonni waggaa amantaa waltajjiiwwan calaqqee duudhaalee amantaa malee ergaawwan qabiyyee siyaasaa kan irratti dabarfaman miti jechuun Yaa’iin Dhaabbilee…
Harka qalleeyyiif manneen jireenyaa 389 dabarfaman
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen harka qalleeyyii fi biyyaaf olmaa kan oolaniif manneen jireenyaa 389 dabarsaniiru.
Aadde…
Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan…
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan Saaqedha jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse,.…
Pireezidaantiin Somaaliilaandi daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti…
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Somaaliilaandii Musee Biihii Abdii daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Pireezidaanti Musee…
Bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaa daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jira
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaan qabdu daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Koomishiniin…