Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 27ffaa gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 27ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Manni Marichaa…
Hayyoonni ragaa fi beekumsa irratti hundaa’uun egeree ummatichaaf akeekuu qabu jedhame
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Hayyoonni ragaa fi beekumsa irratti hundaa'ee egeree ummatichaa fi waan dhalootaaf darbuu danda'u akeekuu qabau jedhame.
Waltajjiin marii seenessa…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee isaa gaggeessu eegale
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa'ii idilee 2ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojiibaatiiwwan ja’an bara 2016…
Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Saayinsii Fayyaa barsiisaa ture Eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Yunvarsiitiin Arsii Barattoota Saayinsii Fayyaan barsiisaa ture 214 Eebbisiise.
Sirnicharratti Itti Aantuun Komishiinaraa Daraartuu Tullu ergaa…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan jila Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin naannoO oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Baankii Addunyaatti Daayrektara biyyoota Itiyoophiyaa, Eritiriyaa, Sudaani fi Sudaan…
Sirni Awwaalchaa Artisti Geetaachoo Kaasaa raawwate
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Artiisti Geetaachoo Kaasaa raawwateera.
Artiisti Geetaachoo Kaasaa dhibee isaa mudateen wal’aansarra turus lubbuun isaa Guraandhala…
Shakkamaan faayaalee Birrii miiliyoona 4.8’tti tilmaamamu hatuun miliqe to’atame
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Shakkamaan faayaalee Birrii miiliyoona 4.8’tti tilmaamamu hatuun miliqe to’annoo jala oolfamuun eerame.
Shakkamaan yakkicha raawwate Magalaa…
Koomishiniin Poolisii Harar Hoggantoota 81’rratti tarkaanfii seeraa fi bulchiinsaa fudhatee
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Koomishiniin Poolisii Harrar hoggantoota rakkoo naamusaa qaban 81’rratti tarkaanffii seeraa bulchiinsaa fudhachuu beeksise.
Koomishinichi…
Pirojektiin damee qonnaa deeggaru Doolaara miiliyoona 180 hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Pirojektiin damee qonnaa ni deggara jedhamee Doolaara miiliyoona 180’n hojiirra oolfamu Ministeera Qonnaan ifoome.
Ministirri Ministeerichaa Dooktar…
Seera qabeessummaa idil-addunyaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) - Seera qabeessummaa idil-addunyaa fi fudhatamummaa sanada waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti taasiifamerratti mariin gaggeeffamaa…