Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin Mana maree Finfinnee muudama abbootii murtii raggassisuun xumurame
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Walga’ii Idlee 2ffaa Bara Hojii 3ffaa har’a gaggeesse xumurameera.
Manni marichaa walga’ii har’a gaggeesseen gabaasa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Giddugala Barnootaa, Hambaa fi Seenaa…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Ministira Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa duraanii Obbo Dammaqaa Mokonniin Pireezidaantii, Roobii Waakarniin Pireezidaantii Ittaanaa Yaa’ii…
“Torbeen Dijitaal Itiyoophiyaa” jalqabaa Wiixata Dhufurraa eegalee kabajama
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Torbeen Dijitaal Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf Wiixata dhufurraa eegalee kabajama.
Sagantichis mata duree “Tattaaffii waloo keenya Dijitaala…
Mirgi himatamuu dhabuu Dooktar Kaasaa Tashaagar ka’e
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee mirga himatamuu dhabuu miseensa mana marichaa Dooktar Kaasaa Tashaagar kaase.
Manni Mraichaa Walga’ii…
Ejensichi gamoo Birrii miiliyoona 700’n ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Ejensiin Mana Kitaabaa fi Wiirtu Ragaalee gamoo Birrii miiliyoona 700’n ijaarse eebbisiiseera.
Gamichis darbiiwwan 17 kan qabuu yoo ta’u baajata…
Finfinneetti hojjettoota kuma 19 oliif madaalliin ga’umsaa kennameera-Aadde Adaanech Abeebe
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Dhaabbilee 16tti hojjettoota mootummaa kuma 19 oliif madaaliin ga’umsaa kennamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Baatiiwwan ja’a darban Finfinneetti galiin Birrii Biiliyoonaa 74 ol walitti qabame
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Baatiiwan ja’an darban Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti galiin Birrii Biiliyoonaa 74 fi Miiliyoona 671 ol walitti qabamuun himame.
Dandeetti galii…
Magaalaa Finfinneetti manneen kuma 99 fi 113 misoomaniiru
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Bara baajataa kana baatiiwwan ja’an darbanitti manneen kuma 120 ijaaruuf karoorfame keessaa manneen kuma 99 fi 113 misoomsuun akka danda’ame ibsame.…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf deeggarsi Birrii Biiliyoona 12.7 taasifameera-Aadde Adaanech…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Baatiiwwan ja’an darban qaala’iinsa jireenyaa Magaalattiitti mul’atu tasgabbeessuuf deeggarsi dabalataa Birrii Biiliyoona 12.7 taasifamuu Kantiibaan…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattootaa kuma 1 fi 374 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 374 barsiisaa tureeebbisiise.
Yuunivarsirtichi barattoota…