Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan ajandaawwan garaagaraarratti…
Namoonni meeshaalee waraanaa fi maallaqa mana keessa dhoksan to’ataman
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)-Namoonni meeshaalee waraanaa fi maallaqa mana keessa dhoksuun argaman to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Sagantaan “Torbeen Dijital Itiyoophiyaa” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)- Sagantaan “Torbee Dijitaal Itiyoophiyaa” jalqabaa mata duree “Tattaaffii Waloo Keenyaa Dijitaal Itiyaaphiyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Sagantichi…
Kutaaleen hawaasaa naannolee garaagaraa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)- Kutaaleen hawaasaa naannolee Beenishaangul Gumuz, Afaar, Somaalee, Harari, Dirree Dhawaa akkasumas Gaambeellaarraa walitti baba’an Yaadannoo Injifannoo…
Nageenyaafi misooma itti fufinsa qabu mirkaneessuu keessatti ga’een dubartootaa olaanaadha…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Konfiransiin Nageenyaa Liigii dubartoota Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti geggeeffamaa jira.
Konfiransichi…
Bu’aa qonnarraa argamaa jiru caalmaatti itti fufsiisuuf qindoominaan hojjetamuu qaba – BQO
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Bu’aa qonnarraa argamaa jiru caalmaatti itti fufsiisuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.
Buu'uura dinagdee biyya kan…
Waltajjiin marii Adwaarratti xiyyeeffate Yuunivarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)- Mata duree “Adwaa nageenya waaraa fi ijaarsaa mootummaa cimaaf” jedhuun Yuunivarsiitii Hawaasaatti waltajjiin marii gaggeeffamaa jira.…
Kutaa Magaalaa Duukaamitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) –Magaalaa Bishooftuu Kutaa Magaalaa Duukamitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuu ibsameera.
Namoota 11 irra miidhaa cimaa fi namoota…
Yaa’iin Ministiroota Dhaabbata Daldalaa Addunyaarratti Itiyoophiyaan hirmachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)-Ministiroota Dhaabbata Daldalaa Addunyaa 13ffaan Emeretoota Araba Gamtoomanii Abu Daabitti gaggeeffamuu eegaleera.
Dhaabbatichatti teessoo…
Kitaabni qabiyyee marii waltajjii “Addis Wag” qabate har’a ifooma
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)- Kitaabni yaadota waltajjii marii “Addis Wag” waggoottan shanan darban gaggeeffamaniirratti ka’aan qabate har’a ifooma.
Waltajjiin “Addis Wag”…