Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Kitaabaa Abrihoot Gamtaa Qulqullina Mana Kitaabaa Idil Ddunyaa ‘Silki Rood’tti makame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot Gamtaa Qulqullina Mana Kitaabaa Idil Addunyaa ‘Silki Rood’tti makamuun ibsame.
Manni kitaabichaa qindoominichatti kan makameef…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti mallatteeffame gaaffii fi injifannoo…
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Gaaffiin buufata Doonii argachuu dargaggootaan yeroo dheeraaf gaafatamaa ture waliigalteen deebii argachuun injifannoo dhalootaati jechuun Federeeshiniin…
Weerara lafaa to’achuuf bulchiinsa lafaa teeknooloojiin ammayyeesuuf hojjetamaa jira-BLO
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Weerara lafaa baadiyyaa fi magaalaatti gaggeeffamu to'achuuf teeknoloojiin deeggaramuun bulchiinsa lafaa ammayyeesuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Lafaa…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Somaaliilaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Somaaliilaandii Meejer Jeneraal…
Abbaan Taayitichaa Televiizhinii Abbaayiif akeekkachiisa dhumaa kenne
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televiizyiniin Abbaayi sagantaa aadaa fi duudhaa gaarii hawaasaa yaadota hinkabajne tamsaaseera jedhuun…
Ajjeechaan kan shakkame Mahaammad Shikur Abebawuun kan arge eeruu akka kennuu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Ajjeechaa Sheek Abduu Yasiniin kan shakkame Mahaammad Shikur Abebawuun kan arge namni kamuu eeruu akka kennuu Poolisiin Magalaaa Finfinnee waamicha…
Muuxannoo Koompoostiin biyyee gabbisuu yoo cimsine faayidaa olaanaa argachuu dandeenya-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Muuxannoo Koompoostiin biyyee gabbisuu yoo cimsine faayidaa olaanaa argachuu dandeenya jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar…
Daandiiwwan Doqdoqqee fi konkolaatoota fe’umsaaf dhorkaman ifooman
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)- Daandiiwwan Doqdoqqee fi konkolaatoota fe’umsaaf dhorkaman Poolisiin Magaalaa Finfinnee ifoomseera.
Daandiiwwan kunneenis daandii…
Raayyaan Ajaja Lixaa Magaalaa Naqamteetti harka qalleeyyiif maaddii qoode
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)- Raayyaan ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti, namoota harka qalleeyyii,qaama midhaamtoota fi kanneen…
Manneen Hojii Ministeerotaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Manneen hojii ministeerotaa garaagaraa fi dhaabbileen waamamtootaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Ministeerri Dhimmaa…