Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan hariiroo seenaa qabeessaa fi tumsa diinagdee biyyoota lamaanii caalmaatti…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Keeniyaatti taasiisanirratti Pireezidaantii biyyattii Wiiliyaam Ruutoon simannaa hoo’aa…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon simannaa Keeniyaatti taasiifameef galateeffatan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon simannaa Keeniyaatti Giiftii Duree Maamaa Raaheel Ruutoon taasiifameef galateeffataniiru.
Mul’aata ‘Maamaan…
Dooktar Abiy simannaa Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoon taasiifameef galateeffatan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon taasiifameef galateeffataniiru.
Mariin bal’aan har’a…
Ayyaana Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa kabajuuf qophiin xumurame – TKM
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Ayyaana Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa kabajuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiiseera.
Tajaajilli…
Baatiwwaan jahaan darban balaa Tiraafikaan qabeenyi Birrii biiliyoona 1.9 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Baatiwwaan jahaan darban balaa Tiraafikaan qabeenyi Birrii biiliyoona 1.9 olitti tilmaammu barbaadaa’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Gaazexeesaan Lammii Faransaay tibbana to’annoo jala kan oole badii dhuunfaan raawwateeni – TKM
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Gaazexeesaan Lammii Faransaay Antuwaan Galeendoon tibbana to’annoo jala kan oole badii dhuunfaan raawwateen shakkamee ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Jilli Aadde Sa’aadaa Abdurahimaaniin durfamu giddugala agarsiisaafi gurgurtaa meeshaalee aadaa…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Jilli Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahimaaniin durfamu giddugala agarsiisaafi gurgurtaa meeshaalee aadaa Oromoo magaalaa Finfinnee…
Dooktar Abiy Ahimad Paarkii ICT Keeniyaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaatti Paarkii Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoo (ICT) daawwatan.
Dooktar Abiy Ahimadii fi…
Ministeerri Raayyaa Ittisaa fi Ministeerri Ittisaa Ugaandaa waliigaltee mallatteesan
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)-Ministeerri Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa fi Ministeerri Ittisaa Ugaandaa waliigaltee mallatteesan.
Ministirri Ministeera Ittisaa Ugaandaa Viiseenti…
Faayidaa mootummaa Birri biiliyoona 23 olii eegsisuun danda’ameera-Ministeera Haqaa
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti galmeewwan falmii seera hariiroo hawaasaa kuma 3 fi 496'rratti murtii kennuun faayidaa mootummaa Birri biiliyoona 23…