Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haaromsi eeyyama daldalaa guyyoota 10’f dheerate
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)-Tajaajilli Haaromsa eeyyama daldalaa guyyoota 10’f dheerachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Addaan ciccitiinsa hojmaataa fi…
Appilikeeshiniin gochaalee yakkaa eeruuf gargaaru hojiirra ooluufi
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Appilikeeshiniin lammiileen bakka jiran ta’anii gochaalee yakkaa Poolisiif eeruuf gargaaru Finfinneetti hojiirra ooluuf ta’uu Komishinarri Jeneraalaa…
Agarsiisni “Dippilomaasii Faayidaa biyyaalessaa Keenyaaf” bor banama
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni torbee dippiloomaasii mata duree “Dippiloomaasii Faayidaa biyyaalessaa Keenyaaf” jedhuun boru akka banamu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Mootummaan naannichaa hojiilee qabiinsa namoomaa eeggannoon raawwateera-Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Mootummaan naannichaa hojiilee qabiinsa namoomaa eeggannoon raawwachuu Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.
Obbo Araggan Boordii…
Pirojektii WANCII
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Qaama Pirojektii Maaddii Biyyaaf kan ta’e Pirojektiin Wancii Bitootessa 11, 2013 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin eegalchiifamuun ni yaadatama.…
Waltajjiin marii invastimanti qonnan teeknooloojiin deeggaruu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii hojiilee invastimanti qonnaa teeknooloojiin deeggaruurratti xiyyeeffate Magalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Maricharratti Hoggaanaa…
Miseensonni Koricha dhaabii Qajelcha Waliigalaa Humna Galaanaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Hariiroo Alaa fi Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Qajelcha Waliigalaa Humna Galaanaa daawwataniiru.
Ajajaa…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Soomaaliilaandi imaammaata naannawichaa waloon misoomsu kan…
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Soomaaliilaandi gidduutti mallatteeffame, faayidaa biyyaaleesaa ishee kan eegsisuu fi imaammata naannawicha waloon misoomsuu…
Oromiyaatti asiidummaa biyyee ittisuuf Nooraa kuntaala miiliyoona 63 barbaachisa-BQO
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti asiidummaa biyyee ittisuuf nooraa kuntaala miiliyoona 63 akka barbaachisu Biiroon Qonnaa Oromiyaa akeeke.
Hogganaa Ittaanaa Biirichaa…
Lammiileen biyya alaa Seeraan ala Itiyoophiyaa jiraatan akka galmaa’an hubachiifame
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Lammiilee biyya alaa seeraan ala Itiyoophiyaa jiraatan har’arraa eegalee hanga Amajjii 30, 2016’tti akka galmaa’an Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa…