Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injifannoon Adwaa Eenyummaa Waloo Itoophiyaanotaa Bu’uura Cimaa Irratti Kan Ijaaredha-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)-Injifannoon Adwaa Eenyummaa Waloo Itoophiyaanotaa Bu’uura Cimaa Irratti Kan Ijaaredha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa Yaadannoo Iinjifannoo Adwaa 128ffaa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa Yaadannoo Iinjifannoo Adwaa 128ffaa sababeeffachuun ergaa Baga Ittiin Isin gahee dabarsaniiru.…
Pireezidaantiin duraanii FDRI Ambaasaaddar Mulaatuu Tashoomaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii FDRI Ambaasaaddar Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Itti Aanaan Ministira Muummee…
MM Dooktar Abiy Ahimad sirna yaadannoo Pireezidaantii Duraanii Taanzaaniyaa qophaa’erratti hirmaatan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna yaadannoo Pireezidantii duraanii Taanzaaniyaa Alii Hasan Miwiinii qophaa’erratti gaddaasaanii ibsuuf…
Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan waliigaltee walta’iinsaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan waliigaltee walta’iinsaa damee qonnaa, humna, daldalaa fi aadaa mallatteessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Kabajaa biyyaaf dhaabbachuu Injifannoo Adwaarraa baratamuu qaba jedhame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Tokkumaa keessoo cimsuun kabajaa biyyaaf dhaabbachuu miiraa injifannoo Adwaarraa baratamuu qaba jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Injifannoon Adwaa jaalaala, gamtaa fi walta’iinsa Ityoophiyaanotaan argame-M/M/I Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Injifannoon Adwaa jaalaala, gamtaa fi walta’iinsa Ityoophiyaanotaan kan argame ta’uu Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan himan.…
Komiin qoodiinsa qabeenyaa fi wal amantaan dhabamuu naannolee gidduutti mul’atu furameera-Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Jijjirama hordofee komiin qoodiinsa qabeenyaa fi wal amantaan dhabamuu naannolee gidduutti mul’ataa ture furamuu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii…
Finfinneetti kabaja Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaaf daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Finfinneetti Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa boru kabajamuu ilaalchisee daandilee konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomaniiru.
Guyyichi…
Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu haala guutuu ta’een gaggeeffamaa jira –Mootummaa Naannoo…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Mootummaa Naannoo Amaaraa hojii olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneera.
Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu…