Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Awaash-Dirre Dhawaa -Harar kiiloomeetirri 233 Suphamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC) – Hojiin Suphaa Daandii Awaash-Dirre Dhawaa -Harar kiiloomeetirri 233 hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsa Daandiiwwan Itiyoophiyaatti Suphaan Distiriiktii…
Yaa’iin Madaallii Barnootaa Biyyaalessaa jalqabaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Yaa’iin Madaallii Barnootaa Biyyaalessaa jalqabaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iichi mata duree “Sirna kenniinsa qormaataa fi…
Ummannii fi Raayyaan yoo waliin hojjetan gareen farra nageenyaa umrii shororkaa uumaa jiraatuuf…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Ummannii fi Raayyaan Ittisaa yoo waliin hojjetan gareen farra nageenyaa shororkaa uumaa turu hinjiraatu jedhan Ajaajaan Ajaja Giddugaleessaa Letenaal…
Kutaaleen hawaasaa naannolee garaagaraa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Kutaaleen hawaasa naannolee Sidaama, Kibbaa Lixaa, Kibba Itiyoophiyaa fi Giddugaleessa Itiyoophiyaarraa baba'an Yaadannoo Injifannoo Adwaaf…
Xaa’oon biyyee meetirk toonii kuma 849 Jibuutiirra gara Itiyoophiyaa galfamuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Xaa'oon biyyee meetirk toonii kuma 849 Buufata Doonii Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa galfamuun ibsame.
Hanga ammaatti Xaa'oon biyyee gara…
Kolleejjiin Fayyaa Adaamaa barattoota barsiisaa ture 277 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Kolleejjiin Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture 277 bakka Hoggantoonni olaanoo mootummaafi maatiin barattootaa argamanitti…
Aadde Adaanech ijaarsa mana jireenyaaf dhagaa bu’uuraa kaa’an
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti ijaarsa Mana jireenyaa eegalchiisan.
Ijaarsi manneen…
Godina Gujii Bahaatti hoggantoonni olaanoo garee shanee harka kennachaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)-Godinaalee Gujii Bahaa fi Boorana Bahaa kan socho’an hogganoonni garee shanee Raayya Ittisa Biyyatti harka kennachaa jiraachuun ibsame.
Itti…
Dooktar Abiy daawwannaa Keeniyaa fi Taanzaaniyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Keeniyaa fi Taanzaaniyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti deebi'aniiru.
#Oromiyaa…
Yaadannoon Injifannoo Adwaa Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti argamanitti…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Yaadannoon Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajameera.
Guyyichi mata duree Adwaa…