Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti fayyadamummaa qabeenya bishaanii mirkaneessuuf hojjetamaa jira-Biiricha
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Fayyadamummaa qabeenya bishaanii naannichaa mirkaneessuuf Fandiin Misooma Qabeenya Bishaanii Hundeeffame hojiirraa oolchuuf hojjetamaa jiraachuu biiroon…
Raawwiin ji’oottan 6’n darbanii Naannoo Oromiya qoratamaa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Raawwiin karoora xiiqii ji'oottan jahan darbanii Naannoo Oromiyaa bakka Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni biroon…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 287’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 287'tti tilmaamamu to'atamuu Komishinii Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi Mudde 26 hanga Amajjii 2, 2016’tti…
Komishinichi lammiilee fi dhalattoota tiyoophiyaa Ameerikaa fi Kanaadaa jiraatan waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Koomishiniin Marii biyyaalessaa Itiyoophiyaanotaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa Ameerikaa fi Kanaadaa jiraatan waliin marsariitiin mari’ateera.
Marichis…
Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan miiliyoonni 22 ol raabsamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan maxxanfaman miiliyoonni 22 ol raabsamuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti…
Misooma sululaa lafa hektaara miiliyoona 3.3 irratti hojjechuuf karoorfameera-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Tajaajila Lammummaa fi caasaa mootummaatiin, misooma sululaa, eegumsa biyyee fi bishaanii lafa hektaara miiliyoona 3.3 irratti raawwachuuf karoorfamuu…
Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Naannoo Somaalee Godina Feefan Aanaa Shebeleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuu Poolisiin naannichaa beeksise.
Qajeelcha Poolisii…
Raayyaan ergama isaa haala amansiisaan akka raawwatuuf hojiin ijaarsaa dandeettii cimee itti…
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Raayyaan ummata keessaa ba’ee ummataf dhaabbatu ergamni isaa waraanaa malee birmadummaa biyyaa kabachiisuudha jechuun Ajajan Olaanaan Ajaja Daalol Leetenaal…
Amanamummaan nama badhaasisa, galateeffachiisa, nama boonsa-Aadde Adaanech
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Amanamummaan nama badhaasisa, nama galateeffachiisa, akkasumas nama boonsa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Jijjiirraan bara Saba Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa saba Halaabaa “Seeraa” Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanicharratti qondaaltonni olaanoon…