Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jala bultii (Kataraa) fi Ayyaanni Cuuphaa nagaan akka kabajamu qophii gahaan taasifamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Ayyaanni Kataraa fi cuuphaa nagaan kabajamee akka xumuramuuf qophiin gahaan taasifamuu Biiroon Bulchiinsa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Hidhannoowwan haleellaa kamuu daangaa qilleensaa Itiyoophiyaarraa ittisuuf dandeessisan hidhachuu…
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Hidhannoo loltummaa ammayyaa’aa haleellaa kamuu daangaa qilleensaa Itiyoophiyaarraa ittisuuf dandeessisan hidhachuu keenya itti fufna jedhan Itaamaajoor…
Paartichi gamaaggama raawwii baatiiwwan jahan darbanii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Paartiin Badhaadhina raawwii karooraa baatiiwwaan jahan darbanii gamaaggamu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhina…
Hambaalee Injifannoo Adwaa walitti qabuun eegale
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Goodambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa keessaa kan ol kaa'aman hambaalee waraana Adwaan walqabatan kanneen harka nama dhuunfaa fi dhaabbilee garaagaraatti…
Loon sanyii fooyya’oo miiliyoona 1.2 mala namaan rimaa qabsiisuun raawwateera-BQO
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Bara kana loon sanyii fooyyaa'aa miliyoona 1.5 mala namaan rimaa qabsiisuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti loon miiliyoona 1.2 raawwatamu Biiroon Qonnaa…
Balballi Itiyoophiyaatti cufame banamuun damichaaf carraa olaanaadha-Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Balballi Itiyoophiyaatti cufame banamuun damichaaf carraa olaanaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsan.…
Finfinneetti daandilee irraa imaluu dhorkaman irra konolaattota imalan irratti tarkaanfiin kan…
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Finfinneetti daandilee irra imaluun dhorkaman irra dhorkii kaa’ame cabsuun konkolaattota imalan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Abbaan Taayitaa…
Shaggaritti Sagantaan Beekkamtii kennuu Kaffaltoota Gibiraa gaggeeffamaa Jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magalaa Shaggar Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof Sagantaan Beekkamtii kennuu gaggeessaa jira.
Saganticharratti Kantiibaa Ittaanaan Obbo Guyyoo…
Dameen dhuunfaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi tajaajilarratti akka bobba’an daandii banuuf…
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Dameen dhuunfaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi tajaajilarratti caalmaan akka bobba’an daandii banuuf kaayyeffamee hojjetamaa jira jedhan Ministirri…
Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaan lubbuun namoota lamaa darbe
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe.
Balichan suuqiiwwan 4 guutuummaatti barbadaa'uu fi namoota 2 ibiddicha dhaamsuuf…