Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Damee haqaan Ce’umsaa Haqaa fi karoora jijjiirama caasaa haqaaf xiyyeeffannoon kennameera-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Damee Haqaan Ce’umsa Haqaa fi karoora jijjiirama caasaa haqaaf dhimmoota xiyyeeffannoon kennameef ta’uu Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Poolisii Idil Addunyaatti Duubaayirratti hiramaachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii Poolisii Idil Addunyaa mata duree “Egeree Nageenyi Isaa Mirkanaa’eef Walta’iinsa Humna Poolisii” jedhuun Duubaayitti gaggeeffamaa…
Damee ijaarsaa guddataa jiru gama hundaan cimsuun barbaachisaadha-Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Damee ijaarsaa guddataa jiru gama hundaan cimsuun barbaachisaa ta’uu Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa ibse.
Abbaan Taayitichaa mata duree…
Ambaasaaddar Misgaanuun Argaan Ambaasaaddara Deenmaarki waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Deenmaarki Ambaasaaddar Kiraa Ismiiz Siindibijeergi…
Hanga ammaatti biqiltuu biiliyoona 4.8 qopheessuun danda’ameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuuwwan qopheessuuf sochii hanga ammaatiin buufataalee garaagaraatti biqiltuuwwan biiliyoona 4.8 qopheessuun akka…
Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyoo Ganda Alakuu Abbootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbe.
Kana malees balichaan namoota 10 irra…
Jilli Qondaaltota Raayyaa Ittisaa Zaambiyaa Koolleejii Loltummaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shuumii Zaambiyaa Meejer Jeneraal Ji’oofar Chongiin durfamu Koolleejii Loltummaa Raayya Ittisaa biyyaa daawwate.…
Qonnaa Arfaasaa fi Gannaa bara 2016/17 milkeessuuf Ogeeyyii fi gaggeessitoonni qophii cimsuu…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Qonnaa Arfaasaa fi Gannaa bara oomisha 2016/17 milkeessuuf Ogeeyyiifi gaggeessitoonni qophii cimaa taasisuu akka qaban Biiroo Qonna Oromiyaa…
Baatiiwwan ja’an darban indaastiriiwwan haaraan kuma 1 fi 536 hojii oomishuu eegaluun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban biyyattiitti indastiriiwwan haaraan kuma 1 fi 536 hojii oomishuu eegaluu Ministeerri Indaastirii beeksise.
Bakka Ministirri…
Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Jirattoonni Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraarraa baba’an Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Jiraattoonni kunneen bakka yeroo…