Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuun hojii fi tattaaffii dabalataa gaafata-Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuun hanqina waan qabuuf hojii fi tattaaffii dabalataa kan gaafatu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Tajaajilli si’ataa, qulqulluufi haqa qabeessi ummata Keenyaaf ni mala-BKO
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)-Tajaajilli si'ataa, qulqulluufi haqa qabeessi ummata Keenyaaf ni mala jechuun Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa Ibse.
Biirichi ibsa baaseen hooggansaa…
Dantaan uummata eeguun galma Fooramii Miidiyaa fi Quunnamtiiti-Obbo Haayiluu Addunyaa
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Dantaan uummata akka hincabne eeguun galma Fooraamii Miidiyaa fi Quunnamtii ta’uu Hogganaan Biiroo Kominikeshinii Oromiyaa Obbo Haayiluu Addunyaan…
Raawwiin Bu’uuraalee misoomaa fi Diinagdee Gooroo gamaaggamamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Raawwiin Bu’uuraalee misoomaa fi Diinagdee Gooroo baatiiwwan jahan darbanii bara baajataa 2016 gamaaggamamaa jira.
Itti Aanaan Ministira…
Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shuumii Zaambiyan durfamuu Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisa Biyyaa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shuumii Zaambiyaa Meejer Jeneraal Ji’oofar Chongiin durfamu Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisa Biyyaa daawwate
Daawwannichaan…
Guyyaan dubartootaa 48ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa akka Itiyoophiyaa yeroo 48ffaa fi akka Addunyaatti yeroo 113ffaaf Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi bakka…
Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tajaajilaa qilleensaa fooyyessuun mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tajaajilaa qilleensaa qaban fooyyessuun mallatteessaniiru.
Waliigaltichas Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa…
Bidiruun Xaanaanesh jedhamtu gara Itiyoophiyaatti imala eegalte
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa biyya keessatti tajaajila akka kennitu kan bite Bidiruun Xaanaanesh jedhamtu gara…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Deenmaarki waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma alaa Deenmaarki Laars Raasmaseen waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy, biyyoonni lameen…
Itiyoophiyaan tumsi Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabdu bu’aa qabeessaa ta’uun itti fufeera-MM…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan tumsi Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabdu bu’aa qabeessaa ta’uun itti fufuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…