Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humna eegumsa rippaabilaakanii Miseensota humna addaa leenjise eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Humna Eegumsa Rippaabilaakanii miseensota humna addaa leenjise har’a eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti Ajaajaa Humna EegumsaRippaabilikaanii…
Yuunivarsitiin Miizaan Teeppii baratoota 361 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Yuunivarsitiin Miizaan Teeppii barattoota muummee garaagaraan barsiisaa ture 361 guyyaa har’a eebbisiseera.
Barattoonni 322 digirii 1ffaan, 39 ammoo…
Hararitti Pirojektiiwwan Birrii miiliyoona 400‘n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Naannoo Hararitti Pirojektiiwwan baasii Birrii miiliyoona 400 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.
Pirojekticha Pireezidaantiin Naannoo Harar…
Waltajjiin marii gaaffii karra Galaanaa Itiyoophiyaa fi siyaasa quubsumaarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii gaaffii karra Galaanaa Itiyoophiyaa fi siyaasa quubsumaa Yuuivarsiitiin Jigjigaa Inistiitiyuutii Dhimmaa Alaa waliin ta’uun…
Finfinneetti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hundatti duulli qulqullinaa gaggeeffameera.
Duullichi mata duree”Magaalaa kiyyaa nan qulqullessa;…
Meeshaalee fi konkolaattota dhorkiin eeyyama sharafa alaa kaa’ame tureerratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Meeshaalee fi konkolaattota dhorkiin eeyyama sharafa alaa kaa’ame tureerratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Ministeerichi…
Baatii Ramadaanaa waliif yaaduu fi Rabbiin kadhachuun dabarsuu qabna-Sheek Hajii Ibraahiim
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Baatii Ramadaanaa waliif yaaduu fi Rabbiin kadhachuun dabarsuu qabna jedhan Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Sheek Hajii…
Guyyaan dubartootaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa mata duree ‘Dubartoota ga’oomsuun nageenyaa fi misooma haa mirkaneessinu’ jedhuun Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Feestivaala Ispoortii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee Feestivaala Ispoortii waggaa bara 2016 gaggeessuu eegaleera.
Feestivaalichi mata duree ‘Ispoortiin Nageenyaa fi…
Haleellaa qaamaa fi xinsammuu dubartootarra ga’u ittisuu fi balaalleffachuun ga’ee lammiilee…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Haleellaa qaamaa fi xinsammuu dubartootarra ga’u ittisuu fi balaalleffachuun ga’ee lammiilee hundaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq…