Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin bu’aa qabeessi Itiyoophiyaan damee Geejjiba Qilleensaan agarsiifte caalmaatti cimee…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Hojiin bu'aa qabeessi Itiyoophiyaan damee Geejjiba Qilleensaan agarsiifte caalmaatti cimee kan itti fufu ta'uu ibsameera.
Damee Geejjiba Qilleensaan…
Hawaasni Kiristiyaanaa Baatiiwwan Soomaa keessa lammiilee rakkatan yaadachuu qabu – Abunee…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Hawaasni Kiristiyaanaa Baatiiwwan Soomaa keessa lammiilee rakkatan yaadachuu fi gargaaruu akka qaban Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa…
Xiyyeeffannaa invastimantii hortiikaalchariif kennamerraan akaakuuwwan oomishaalee Qonnaa Daldala…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC)- Mootummaan damee invastimantii hortiikaalchariif xiyyeeffannaa olaanaa kenneen akaakuuwwan oomishaalee qonnaa daldala alaaf dhiyaatanii dabalaa dhufuu…
Kaabineen Bulchiinsa Magaala Finfinnee Dambiiwwan sadiirratti mari’achuun raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeesseen dambiiwwan sadiirratti mari’achuun raggaasiseera.…
Paartiin Badhaadhinaa hariiroo fi walta’iinsaa Itiyoo-Jibuutii guddisuuf kutannoo qaba-Obbo Adam…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa hariiroo fi walta’iinsaa Itiyoophiyaa fi Jibuutii guddisuuf kutannoo qabaachuu Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Aadde Adaanech ijaarsa manneen jireenyaa kuma 5 eegalachiisan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech manneen jireenyaa kuma shan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojjettoota isaaf ijaarsisu…
MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan sochii hojiin waraqaa eenyummaa biyyalessaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan adeemsa hojiin Waraqaa Eenyummaa Biyyalessaa daawwataniiru.
Daawwannichaan adeemsa qophii…
Magaalaa Shaggaritti manneen barnoota 39 tajaajila eegalan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti manneen barnoota idileen duraa 39 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajila eegalaniiru.
Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Shaggar…
Ijaarsi Daandii Daayyee-Cirrii-Nansaboo %84 irraa qaqqabe
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Raawwiin ijaarsa Daandii Daayyee-Cirrii-Nansaboo Naannolee Oromiyaa fi Sidaamaa walquunnamsiisu %84 irra qaqqabuu Bulchiinsi Daandiiwwan Itiyoophiyaa…
Yuunivarsitiin Amboo Barattoota 714 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Amboo barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture 714 eebbisiiseera.
Barattoota 392 digrii jalqabaan, 322 immoo digrii 2ffaan…