Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni keessa dabarre adeemsaafi gocha keenya gara fuula duraa qajeelchuu qaba – Obbo Araggaa…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Qormaanni keessa dabarre adeemsaafi gocha keenya gara fuula duraa qajeelchuu qaba jedhan Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaan.…
Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa Dooktar Filooriibarti Nigaaruukoo waliin mari’ataniiru.…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Warshaa Simmintoo Lamii Naashinaal Daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Warshaa Simmintoo Lamii Naashinaala daawwatan.
Daawwanicharratti Obbo Tamasgeen Xurunaa dabalatee…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan hoggantoota hojii garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaddarri Itiyoophiyaa Silashii Baqqalaan hoggantoota hojii garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Silasiin Bakka Bu’aa Mana…
Tooftaa fi mallin hordofee akkan injfadhu na taasiseera-Atileet Tsiggee Dhuguma
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Dhiyeenya Dorgommii Fiigicha Mana Keessaa Meetira 800’n Meedaaliyaa Warqee kan argamsiistee Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommicharratti tooftaan…
Shaashamanneetti dargaggoota kuma 32’f carraan hojii uumame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota kuma 32’f carraan hojii uumamuu Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Magaalattii beeksise.
Itti Gaafatamaan…
Abbootiin Qabeenyaa Raashiyaa Paarkiiwwan Indastirriitti hojiiwwan invastimantiirratti akka…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Raashiyaa Paarkiiwwan Indaatirii Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka boba’aniif hojjetamaa jiraachuu Koorporeeshiniin…
Soomni Ramadanaa Boru eegala
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Addeessi har'a mul'achuu hordofee Soomni Ramadaanaa waggaa 1445ffaan boru kan eegalu ta'uu ibsame.
Soomni Ramadaanaa waggaa 1445ffaan boruu Bitootessa…
Bulchiinsa magaalaa Jimmaatti sooma guddicha ayyaana Faasikaa fi Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Jimmaatti guyyaa seensa sooma guddicha Ayyaana Faasikaa fi Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi garaagaraa…
Aadde Adaanach hojii Diijitaalaayizeeshinii fi Riifoormii bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojjetame…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojii Diijitaalaayizeeshinii fi Riifoormii bulchiinsa lafaa ammayyeessuu fi Haqa qabeessa…