Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tarkaanffin Humnoota Finxaaleeyyirratti fudhatamu cimee itti fufa-Letenaal Jeneraal Birhaanuu…
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Tarkaanfiin humnoota finxaaleeyyirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Ajajaan Ajaja Kaabaa Lixaa fi Walitti Qabaan Koomaandi Poostii Naannawicha…
Omishaalee sadarkaa gadii ta’an meetirik toonii 630 ol akka hingalfamne dhorkaman
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Omishaalee galii sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 630 ol biyya keessa akka hingalfamne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhadhinaa eegale
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Eegaluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Korichi haalaa biyyaalessaa, naannawaaa fi…
Meeshaaleen waraanaa gochaa shororkeessummaaf oolfamuuf turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa gochaalee shororkeessummaaf oolfamuuf turan to'atamuun ibsame.
Omisha Baala Shaayee lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf qophii taasifamaa jira-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Omisha Baala Shaayee lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf qophii olaanaan taasifamaa jiraaachuu Pireezidaantiin Mootumma Naannoo Oromiyaa Obbo…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasaa Mana Maree Indaastirii fi Daldalaa BRICS injifate
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasa 2024 “Corporate Sustainability Achievement Award” Mana Maree Indaastirii fi Daldalaa BRICS injifateera.…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Maayik Hamar waliin mari’atan.…
Lammiilee biizinasii waaddii foon lukkuu irraa fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa jira-Obbo Nugusuu…
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Lammiileen biizinasii waaddii foon lukkuu irraa fayyadamoo akka ta'uun, diinagdee hawaasaa fooyyessuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuus…
Godina Arsitti xaa’oo kuntalli kuma 400 mana kuusaa ga’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Godina Arsitti xaa’oo kuntaalli kuma 400 mana kuusaa ga’uun Ejensiin Waldaalee hojii gamtaa godinichaa beeksise.
Itti gafaataman Ejensichaa Obbo Adam…
Abbaan taayitichaa hawaasni oomishaalee qulqullinni hinmirkanoofne akka hinfayyadamne hubachiise
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa oomishaalee ibsaa fi sadarkaalee Itiyoophiyaa dirqamsiisoo akkasumas qorichummaa fi qulqullinni isaanii…